SMARTATTITUDE Telegram 343
Jechoota Jajjaboo kitaaba "Ga'umsa Dhokataa keessake jiru Gad-dhiisi" jedhu keessaa hamma tokko walitti qabee siniif dhiyeesseera itti dhiyaadhaa.

Eebboo koo kitaaba kana dholoota kanaaf bu'aa buusa jettee hiikuukeef guddaa si galateeffadha.

Kuno itti dhiyaadhaa:

πŸ”œ Waaqayyo jireenya keef karoora qaba.

πŸ”œ Kaayyoo kee argachuuf Uumaa kee wajjin hariiroo qabaachuu qabda.

πŸ”œ Kitaabni Qulqulluu siif maanu'aalii Waaqayyooti. Wantota si barbaachisan, qajeelchawwanii fi akeekkacjiisawwan kee beekuu fi itti jiraachuu si barbaachisa.

πŸ”œ Hojiin ga'umsa dhokataa kee akka ittiin gad dhiistuuf karaa Waaqayyo siif kennedha.

πŸ”œ Waaqayyo sii fi dandeettiiwwan keetti ni amana.

πŸ”œ Gatii fi dandeettiinke hamma Waaqayyo siin jedhe ga'a.

πŸ”œ Waanta Waaqayyoon caalu yaaduu, karoorsuu fi il-yaaduu hin dandeessi, sababni isaas Waaqayyo Madda il-yaada keetiiti.

πŸ”œ Tokkoon tokkoon keenya hoji-manee fiixaan baasnu qabannee gara Addunyaa kanaa dhufna.

πŸ”œ Ga'umsi dhokataanke gad dhiifame dhaala addunyaati.

πŸ”œ Ga'umsa dhokataa daangaa hin qabne of keessatti qabattee gara Addunyaa kanaa dhufte.

πŸ”œ Waan hojjette caalaa waan guddaa hojjechuu ni dandeessa.

πŸ”œ Waaqayyo waan hundumaa ga'umsa dhokataa wajjin uume.

πŸ”œ Waaqayyo madda ga'umsa dhokataa hundumaati.

πŸ”œ Waaqayyo yommuu si barbaade, ofii isaatti dubbate.

πŸ”œ Waaqayyo irraa dhufte.

πŸ”œ Waan Waaqayyo si irraa barbaadu hojjechuu dandeessa, sababni isaas humna ittiin sana hojjettu si keessa hin keenye taanaan inni hojicha akka hojjettu sin gaafatu.

πŸ”œWaaqayyo kaayyoo jireenya keetii ni beeka.

πŸ”œWaaqayyon alatti ati kaayyooke hin beektu
Jedha.

Waan xiqqoo tokko qofaan sin biraan ga'e.

Kitaaba ba'eessa kanatti fayyadamaa! Kitaaba baay’ee waa'ee walitti dhufeenya uumamaa siif Waaqayyoo gudduu jiru sin hubachiisee, sababii Waaqayyo sin uummateef akka jiraattaniif sin gargaara. Sababiinsaayyu Waaqayyo nama hundumaa sababii uummateef waan qabuuf. Akkasumaan namni uumame Addunyaa kana irra hin jiru Waaqayyo nama hundumaa karooraan uummate.

Author Iyyaasuu Tarrafaa Fayisaa
πŸ‘‰ JION
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost

tgoop.com/smartattitude/343
Create:
Last Update:

BY Ilaalcha Gaarii

Share with your friend now:
tgoop.com/smartattitude/343

View MORE
Open in Telegram

Telegram News

Date: |

Over 33,000 people sent out over 1,000 doxxing messages in the group. Although the administrators tried to delete all of the messages, the posting speed was far too much for them to keep up. β€œ[The defendant] could not shift his criminal liability,” Hui said. In 2018, Telegram’s audience reached 200 million people, with 500,000 new users joining the messenger every day. It was launched for iOS on 14 August 2013 and Android on 20 October 2013. Click β€œSave” ; Add up to 50 administrators
from us

Telegram Ilaalcha Gaarii
FROM American