tgoop.com/harargetub/1782
Create:
Last Update:
Last Update:
Nama tokko of dagachiisuudhaaf "busy" tahuun gahaadha, garuu "feeling" kee araada jalatti yoo dhokachuuf yaalte akka nama bishaan sogiddaa dhuguuti.
Dandamataa jirta ofi fakkaatta malee bakkaa of haqaa jirta. Araadaafii filmiilee dhuma hin qabne jalatti feeling kee of dagachiisuuf hin yaalin yoo dandamachuu feete !
💔>💔
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
BY 🔊HARARGEE MEDIA
Share with your friend now:
tgoop.com/harargetub/1782