BASHANNANUUF Telegram 3773
Abdii kutuun lubbuu baasuudha. Ati gaafa abdii kutattu, lubbuu kee akka dhabde beeki๐Ÿ˜ข Abdii kuttu malee lubbuukeerratti tarkaanfii hin fudhattu waan ta'eef. maalif ree? Abdii kutuu keessa lubbuu balleessuun akka jiru erga quba qabaattee.....egaa amma dafii lubbuu kee oolfadhu. Goonkuma abdii hin kutatin( Never Give up) jireenyuma addunyaa kanatu akkasi, takka ol si baasaa takka gadi si buusa. Al takka nii gammaddaa al takka nii gaddita. Kuni haalota(situation) dha.

Nii dukkanaa'ee jechuun hin bari'u jechuudhaaree? Har'a harkaa dhabde jechuun borus hin qabaattu jechuudhaaree? Har'a kufte jechuun bor hin milkooftu jechuudhaaree? Goonkumayyuu akkas jechuu miti. dadhabuunkee har'aa cimina dhabuu kee isa borii hin murteessu. Haalonni har'a jireenya keerratti calaqisan kamiyyuu yeroosaanii eeggatanii godaanu. Girrisanii wal guurratanii sirraa cala'u.....๐Ÿƒ Eeyyen!

Addunyaan ati keessa jiraattu kun....addunyaa gufuuf qoraattiidhaan guuttedha. Nii tarkaanfatta, nii gufatta nii kufta๐Ÿ˜ข Abdii yoo qabaatte garuu tattaafattee kaata๐Ÿ’ช Kufe jettee achi ciifnaan garuu, achumatti rirmi si nyaata๐Ÿ˜ข Hin ciisin! Tattaafadhuuti ka'ii deemsakee itti fufi... fuuldura kee qofa ilaalii fiigi! Waca simbiraaf yuusa waraabessaatti gurra hin qabin! Saree si duubaa duttutti dhagaa darbachuuf hin dhaabatin! Maalif? Dutuun sareedhaaf amala๐Ÿˆ....Akkasumas dhaabbatanii dhagaa darbachuun amala nama kashalapheeti. Rom'uun, akkasumas sodaatanii abdii kutuun amala nama sodaattuuti๐Ÿ™„ Atimmoo akka goota taate nan beeka. Kanaafuu tarree saree fii tarree kashalapheetii maal dalagdaree? Tarree abdii kutuutii maal dalagdaree? Namni jabaan abdii hin kutatu. Tattaafateetu fuulduratti fiiga malee....jabaadhu...Ammas jabaadhu. Abdii hin kutatin malee, lafa yaadde sana inuma geessa๐Ÿ’ช

Waan dubbifteef galatoomi๐Ÿ™

โœ๏ธ Chala Beyisa

Telegram ๐Ÿ‘‰https://www.tgoop.com/bashannanuuf

tgoop.com/bashannanuuf/3773
Create:
Last Update:

BY Sona walaloo

Share with your friend now:
tgoop.com/bashannanuuf/3773

View MORE
Open in Telegram

Telegram News

Date: |

Your posting frequency depends on the topic of your channel. If you have a news channel, itโ€™s OK to publish new content every day (or even every hour). For other industries, stick with 2-3 large posts a week. Today, we will address Telegram channels and how to use them for maximum benefit. How to build a private or public channel on Telegram? While some crypto traders move toward screaming as a coping mechanism, many mental health experts have argued that โ€œscream therapyโ€ is pseudoscience. Scientific research or no, it obviously feels good. To upload a logo, click the Menu icon and select โ€œManage Channel.โ€ In a new window, hit the Camera icon.
from us

Telegram Sona walaloo
FROM American