tgoop.com/abdiimaariyaamiifinjira/1075
Create:
Last Update:
Last Update:
👏 #Gadhiifameera👏
Torbee Dhukkubbii Miidiyaa Sootiriyaa Waliin‼️
Torbee Dhukkubbii Gooftaa sababeeffachuun sagantaalee addaa isiniif qopheessine keessaa qophii Dhimbiibbaa keenyaan sagantaa "Dhukkubbii Dubbii Waaqummaatiin" jedhu kan isiniif qopheessine kutaa 2ffaa isaa akka daawwattan jaalala Gooftaan isin affeerree jirra. Obboloota keessaniif qoodaa, tajaajilichas jajjabeessaa!
"Gooftaan keenya nama ta'ee gidiraa fudhate; gidiraa isaatiinis nu fayyise"
Tajaajilicha jajjabeessuuf chaanaalii YouTube Miidiyichaa #Subscribe, #Share , #Like fi #Comment akka gootan jaalala Gooftaatiin isin gaafanna!👇
https://youtu.be/XxsOuj4qQKg?si=4SI0YVFBkoI8HXPP
BY Gaaffii Shakkitootaaf Deebii Ga’aa

Share with your friend now:
tgoop.com/abdiimaariyaamiifinjira/1075