Telegram Web
#Jum'aah_Mubarak

NASHIIDA Haaraya

Subscribe our YouTube channel

https://youtu.be/umWVkY1A0xU
https://youtu.be/ddRBDcEIrTk

NASHIIDA Haaraya Afaan Oromoo Keennaa Ramadaana

T.me/SOOF_UMAR
Eid MUBARAK for all Muslim
BAGA RABBIIN iida isin gahe

https://youtu.be/jqLDIpVBbmk
#Eid_Mubarak to all Muslim

تقبل الله منا ومنكم صالح الأعمال
وكل عام وانتم بألف خير
#Maashaa_Allaah
#Allaahu_Akbar

Baay'inni Muslimoota Etyophiyaa Salaata iidaratti argamanii Addunyarraa Makkaa fii Madiinatti Aanun Sadarkaa Sadaffaa 3ffaa Qabate


T.me/SOOFUMAR
Assalaamu Aleykum Warahmatullaah wabarakaatuh

Kabajamtoota fii Jaalatamtoota Maatii fii Miseensonni  @SOOF-UMAR tube  bakka jirtanitti Nageenyi Rabbii isinirra haa jiraatu

SOOF-UMAR tube yeroo Dhihotti Hojiilee Haaraya garagara bifa haarayan kanneen Akka Nashiida Manzuuma Da'awaa Barumsa Amantii islaamaa Qophiilee Bashannansiiso Barsiisoo tahan isin biraan gahuuf Qophii eegalaa jira.
kanaafuu Akkuma asiin duratti hojiilee keenyarratti nutumsaa fii gargaaraa Hamilee nuuf tahaa turtan Kanaan boodas Tumsi fii Gargaarsi keessan Jabaatee Akka itti fufu Kabajaan isin gaafanna

#SUBSCRIBE #SHARE #Like Gochuun nubira dhaabbadhaa


Channel YouTube keenyaf Haaraya yoo taatan Subscribe Like Share Akka Nuuf gootan Kabajaan isin gaafanna

Toora Miidiyaalee Hawaasaa irratti Nuhordofuuf Linkii Asii gadi tuqaa
👇👇👇
YouTube
SUBSCRIBE
https://youtube.com/channel/UCmCilZwN ...

Facebook
https://www.facebook.com/103678434905

Tiktok
http://tiktok.com/@soofumar1

Telegram
Yaada kennachuuf
0928037893
@Soof_umar

 @SOOFUMAR
Nashiida haaraya Bareedduu 2022

https://youtu.be/VY3i6M89KPg
BAAROO SHEIKH HUSEEN BAALEE Haarawa 2022

AABBIYYOO

https://youtu.be/HZp8CcA2omA
Yaa'ii Mana Marii Ulamaa'ii Ahlusunnah Wal-jamaa'ah Sadaffaan Magaalaa Finfinnee Galma Aadaa Oromotti Bakka Ulamaa'onni Dargaggoonni Hayyoonni fii kutaalen Hawaasaa garagara argamanitti haala hoo'aa taheen geggeeffamaa jira .
................................
Waggoota Afran dabraniif ijaarsi Majlisa Seeran Alaa murni Wahaabiyyaa irraa miidhaa Rakkoo fii dhiibban irra gahaa kan ture Waldayni Ulamaa'ii Ahlusunnah Oromiyaa fii Bakka buutonni Hawaasa Muslima Oromiyaa Ibsa ijjannoo fii adeemsa fuula duraa kaahuf Galma Aadaa Oromotti Walgahii irratti argamu

Walgahii kanarratti murteen furmaanni garagaraa kan Ummata Muslimaa Biyya keenyaa fayyadu nidabarfama jedhamee eegama

Rabbiin Ulmaa'ota Ahlusunnah Ol haa qabu


T.me/SOOFUMAR
#Galatooma
#Tanks
#Shukran

Hordoftoonni YouTubi SOOF-UMAR kuma shan 5000 guutani jiru #Alhamdulillaah Galata Rabbiitin as geenyee jirra

Namoonni kanarratti hirmaattan hundi Galatoomaa Ulfaadhaa

Funduratti kana caala Hamileen isin nuuf kennitan nubarbaachisa waan taheef hirmaannan keessan cimee Akka itti fufuu kabajaan isin gaafanna

Toora Miidiyaalee Hawaasaa asii gadi jiru kana irratti Nuhordofaa

YouTube
SUBSCRIBE
https://youtube.com/channel/UCmCilZwN ...
https://www.youtube.com/channel/UCmCilZwNaUHw4eIqkWEgTGw
Facebook
https://www.facebook.com/103678434905 ...
Tiktok
http://tiktok.com/@soofumar1
Telegram
@SOOF_UMAR
Yaada kennachuuf
@Soof_umar
Sheikh Muhammed Awel Hamza
Best Beautiful Ethiopian Menzuma

https://youtu.be/j4C67KLSmPQ
# FINFINNEE
# JIMMAA # ABBAA_JIFAAR
Guyyaa Arraa Galaanni Roobaa Barakaan Guutame
Magaalaa Finfinnee fii Jimmaatti Dhangala'aa oole
Muslimoonni Magaalaa Finfinnee Masjida Gamtaa
Afrikatti cinatti Argamu keessatti walgahanii Dhimma
Majlisaa irratti Marii gochuun Deeggarsa Pirezadaantii
Majlisa fedraalaa Etyophiyaa Muftii Haaji Umar idriisif
qaban mullisan.
jimmaa Aanaa Saqqaatti eebba jiddu gala hifzii
Qur'aana irratti ummanni Muslimaa Akka galaana
gibeetti Dhangala'anii gammachuu isaani ibsachuun
Deeggarsa Majlisa fedraalaa Etyophiyaa Muftii Haaji
Umar idriisin durfamuf agarsiisa oolan
Ilmaan Abbaa Jifaar Seenaa Abbaa keenyaa hin
xureessinu jechuun Shira Murni wahaabii Hawaasa
Muslimaa Addaan Facaasuf Xaxaa jiru Dura
dhaabbachuun Akka balaaleffatan Sagalee isaani
dhageesisan.
Lakkaa Nudhiisaa jennaan Nididdan
Kannisa tuyxanii ufiin uf fixxan
Injifannoon Kan Haqaati!

T.me/SOOFUMAR
2025/10/11 12:31:03
Back to Top
HTML Embed Code: