Watch "*ALFEY SALAAT* Sheek Ahmad Umar Mowlida Istaadiyeemi Imaamu Ahmad keessatti" on YouTube
https://youtu.be/0ZkBk1J93p8
https://youtu.be/0ZkBk1J93p8
Forwarded from Nashida & Daawaa (Abdii)
Watch "Ahlu-sunnah Wal-jamaa'a - Nashiida Garee Abaadir" on YouTube
https://youtu.be/Jfjq5ueF8YA
https://youtu.be/Jfjq5ueF8YA
Watch "DA'AWAA Ustaaz Anas Abdurrahmaan -MOWLIDA- Magaala Harar irratti" on YouTube
https://youtu.be/xCEH_NOnMlg
https://youtu.be/xCEH_NOnMlg
Barumsa Da'awaa Afaan Oromoo Mowlida Gochuun nigahaa wanti dhoorgu hin jiru
Ustaaz Anas Abdurrahmaan
DA'AWAA Ustaaz Anas Abdurrahmaan -MOWLIDA- Magaala Harar irratti" on YouTube
https://youtu.be/xCEH_NOnMlg
Ustaaz Anas Abdurrahmaan
DA'AWAA Ustaaz Anas Abdurrahmaan -MOWLIDA- Magaala Harar irratti" on YouTube
https://youtu.be/xCEH_NOnMlg
Xalayaa tana #Share gochuun Walgahii Seeran Alaa fii Shira Hawaasa Muslimaa irratti Xaxamaa jiruu haa Saaxillu.
____
Ergaa Mana Marii Muslimoota Etyophiyaa irraa Miidiyaalef Dabarfame.
Dhimmaa Walgahii seeran Alaa maqaa Mana Marii Muslimoota Etyophiyaan waamame ilaallata
Mana Marii Dhimmoota Muslimoota Etyophiyaa Ebla 17 fii 18/2014 Walgahii waliigalaa Jechuun Sobaan kara Miidiyaa Hawaasatin yaamicha taasisaa jiraachun irra gahamee jira.
______
Yaamichi Walgahii tanaa Bakka Pirezadaantin mana Marii Muslimoota Etyophiyaa dhimma hojiitif Biyya Alaa jiranitti yommuu tahu Dabalataanis Ulamaa'onni Koree Hoji Raawwachistuu mana marichaatin kan hin Beekamnee fii Qopheesitooni Sagantaa kanaatis Maqaa "Koree Qopheesituu Walgahii waliigalaa" jedhuun Namoonni uf Moggaasan Eenyummaan isaani hin Beekamne tahuu hubachiifna.
Nagaa Wajjiin
Sheik Qaasim Muhammad Taajuddiin
Barreessaa Ol'aanaa Mana Mariich
T.me/SOOF_UMAR

YouTube
SUBSCRIBE
https://youtube.com/channel/UCmCilZwN ...
Facebook
https://www.facebook.com/103678434905 ...
Tiktok
http://tiktok.com/@soofumar1
Telegram
T.me/SOOF_UMAR
Yaada kennachuuf
@Soof_umar

Assalaamu Aleykum
#Ramadaan Kariim
Ummata Muslimaa Hundaan Baga Rabbiin Ramadaan isin gahe
Warra Baranaa kan bara egeree
NASHIIDA Manzuuma Haaraya Fii Da'awaa Barumsa Amantii islaamaa Qophiilee Bashannansiiso Argachuuf SOOF-UMAR Hordofaa
T.me/SOOFUMAR

#Congratulation All my member of the SOOF-UMAR tube
Tanks
Shukren
Galatoomaa
Maatii fii Miseensonni SOOF-UMAR hundi Galatoomaa Ulfaadhaa!
Akkuma Beekamu Yuutubin SOOF-UMAR Nashiida Manzuuma Da'awaa Barumsa Amantii islaama fii Qophiilee Barsiisoo Bashannansiiso Adda Addaa isin Biraan Gahaa turuun Niyaadatama
Yuutubin SOOF-UMAR yeroo Gabaabduu keessatti Miseensota 4000 kuma Afurii Ol Gargaarsa Rabbii fii Hirmaannaa keessaniin Horachu dandahe jira .
Kana Olitti jabaannee akka itti fufnuuf Hamilee keessan Nubarbaachisa
#SUBSCRIBE #SHARE #Like Gochuun Nicinaa dhaabbadhaa
Galatoomaa
#ALHAMDULILLAAH
Galanni Rabbiif haa tahu!
Ammas Hirmaannan keessan Jabaatee itti haa fufu
https://youtube.com/channel/UCmCilZwNaUHw4eIqkWEgTGw