HPSMUSLIMJEMA Telegram 4750
Eebba Kitaabaa
“Barbaachisummaa Islaamaa”

Akkuma mata duree gubbatti ibsuuf yaalame kitaabni mata dureen isaa Barbaachisummaa Islaamaa jedhu kan obboleessa keenna Sultan Deksiso Chiri barraahe, gaafa guyyaa 01/08/2015 ganama sa’aatii 2:30 irraa eegalee hanga sa’aatii 6:00 tti magaalaa Adaamaa galma sinimaa Olyaaditti bakka ulmaa’ii, immaamman masjiidotaa, hayyoota, qarreefi qeerroon magaalaa Adaamaa akkasumas keessummoonni kabajaa jiranitti ni eebbifama.
Kanaafuu isinis irratti argamuun akka nu cinaa dhaabbattan waamicha obbolummaa isiniif gooneerra.
Koree sagantaa eebba kitaaba Barbaachisummaa Islaamummaa irraa

tgoop.com/HpSmuslimjema/4750
Create:
Last Update:

BY ኑ አሻራችንን እንጣል የ ሀዋስ መሰናዶ .ት/ቤት ሙ.ተ. ጀመዓ (koottaa ashaaraa keenyaa haa keennuu)

Share with your friend now:
tgoop.com/HpSmuslimjema/4750

View MORE
Open in Telegram

Telegram News

Date: |

Although some crypto traders have moved toward screaming as a coping mechanism, several mental health experts call this therapy a pseudoscience. The crypto community finds its way to engage in one or the other way and share its feelings with other fellow members. Administrators The Channel name and bio must be no more than 255 characters long Add up to 50 administrators The channel also called on people to turn out for illegal assemblies and listed the things that participants should bring along with them, showing prior planning was in the works for riots. The messages also incited people to hurl toxic gas bombs at police and MTR stations, he added.
from us

Telegram ኑ አሻራችንን እንጣል የ ሀዋስ መሰናዶ .ት/ቤት ሙ.ተ. ጀመዓ (koottaa ashaaraa keenyaa haa keennuu)
FROM American