Forwarded from Bisharo Abdi official
Dhugaaf qabsoowna malee yaroof hin qabsoownu warri qalbiin fayya dhabde ibiddan hin taphatinaa
Sheikh Adam Sarara Diimaadha ❤️
Khabaja🙏
https://www.facebook.com/100085662262766/posts/pfbid031EnxDrqySqFvkig1R3kT1LiuW9N39Ufty5QcjmjA7wuMZ7nvsrocgniapD8DPNN9l/?app=fbl

Facebook
Log in or sign up to view
See posts, photos and more on Facebook.
Forwarded from Bisharo Abdi official
As wr wb
Obboleyyan keenya khabajamoofi qaalii...
Insha allah guyya alhada fuula keenya dura jiru khana Shamarran magaala baabbilee sagantaa ajaa'ibaa Qabanne isin eega jirraa Hadhooliifi Shamarran keenya akka nurra hin hafne khabajaan isin gaafanna insha allah wal arkaan teenya guyya alhadaa
July 2, 2023 Gamama Sa'aa 2::00tti
Iddon Madrsaa baabbilee....
Yoo rabbi siif laaffise share godhii obboleytii tee biraan naf gahi Jazakallah🙏❤️

Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Sadarkaa Soomanni Guyyaa Ashuuraa Qabu
•••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••
• Rasuulli Rabbii Sallallaahu Aleeyhi Wasallam irra caalaan soomanaa ji’a Ramadaanaatti aansee Soomana ji’a Muharram keessa soomanamu jechuun dubbatan.
• Hadiisa biraa keessatti ammaas Soomanni Guyyaa Ashuuraa dilii waggaa tokkoo tana Bara dabartee akka namaaf dhiisu rabbii kiyyarrati herreeggadha ja’an.
• Kanaaf yaa obboleeyyan islaamaa ji’a kana keessa Guyyaa Tokko ykn Guyyaa lama soomanuun akkaan barbaachisaadha. Sababaa Guyyaa tokkicha Kana soomanuutiin Rabbiin dilii waggaa tokkoo namaaf dhiisa.
• Hubachiisa …. !!!
Muharram Guyyaa 10ffaa kan Bara kanaa Guyyaa Jumu’aa July 28 irra oola. Namni Guyyaa sagalaffaa soomanuu barbaade Khamisa July 27ffaa haa soomanuu. Kan Khamisaa fii Jumu’aa soomanuu hin dandeenye ammoo Jumu’aa fii Sabti haa soomanuu.
Beekhaa Guyyaan Ashuuraa kan 10ffaa Guyyaa Jumu’aa July 28 taha.
Barreeffama kana dubbisaatii Share Waliif Godhaa.
Waan Dubbistaniif Galatoomaa : Jazaakumullaahu Kheeyran

Waqtii 12 Tan Du’aa’iin Akka Malee Keessatti Qeebalamtu
••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••
Rabbiin subhaanahu wata'aalaaa Gabroottan isaatiif yoomiyyuu kaluu dha. Haa tahuu garuu akka Ergamaan Rabbii (s.a.w) dubbatanitti bifa addaa taheen waqtiileen filatamoon du'aa'iin itti qeebalaman akka jiran ibsaniiru. Muraasa isaanii wal haa yaadachiifnuu !!!
1. Du'aa'ii Salaata waajibaa booda godhamu
2. Du'aa'ii jidduu azaanaa fii Iqaamaatti godhamu
3. Du'aa'ii sa'aatiiwwan guyyaa jum'aa keessatti argaman irratti godhamu
4. Du'aa'ii waqtii bishaan zamzamaa dhugan godhamu
5. Du'aa'ii yommuu hirriba keessaa ka'amu godhamu
6. Du'aa'ii yeroo tokko sadaffaa ( 1/3 ) halkanii isa booda jiru irratti godhamu
7. Du'aa'ii halkan leylatul qadrii
8. Du'aa'ii yommuu roobni roobu godhamu
9. Du'aa'ii nama imala irra jiruu (musaafiraa)
10. Du'aa'ii haadhaa fii abbaan ilmoo isaaniitiif godhan
11. Du'aa'ii obboleessa muslimaa tokkoof duuba isaatti godhamu
12. Du'aa'ii ramadaana keessatti godhamu. .... kkf
ITTI HAA FAYYADAMNUU!
Yaa Rabbi Du'aa'ii muslimtoota hunda nuuf qeebali

YouTube
INTALA SHEEKA KEENYAA|| NASHIIDAA AFAAN OROMOO
Nashiidaa Intala sheeka keenyaa jattu Tan Aisha Sh Ilyasif Hojjatamte Sababa isiin Dorgommii quraanaa akka Shamarraniitti Qabxii Ol'aanaa Galmeessuun akka Oromiyaatti Tokkoffaa Baate akkasumas Akka Ethiopiatti lammaffaa Bahuun injifattef Simannaan Addaa Magaalaa…
" لا تتوقف عندما تتعب ..
توقف عندما تُحقق أحلامك "
Hin dhaabbatin Hogaa dadhaabde Hogaa khayyoo tee galmaan gessee dhaabadhu malee....
Hin laafin hin dadhaabin Hangaa khayyoo tee birra geessu hangam dukkantii dheeratte Hammatus barrin wan Afaan jirtuun hin dawamtuu kanaaf atis akkuma dheerominaa dukkanaa booda Fajriin Bohuu Sii beytutii laffaati fi muranoo booda galmaa geehinsii jirrachuu Beekhii jabaadhu yaa nama khayyo qabu Rakkina fadheef Harka hin keenin obsii situu gubba Aanaa
ان مع العسر يسرا
@ASMISHI

Halkan Guyyaa 27ffaa
Maqaa Rabbii Akkaan Mararfataa Akkaan Rahmata Godhaa Ta'eetiin.
Leylatul-Qadr Ramadaana Keessaa Kurnan Boodaa Keessatti Argamti. Kurnan Boodaa Keessaallee Halkan Qaraa(Witrii) Ta'an Keessatti Argamti. Kanaafuu Nabiyyiin Keenya ﷺ Akkana Jedhan :-
Aa'ishaa Irraa Akka Odeeffametti Ergamaan Rabbii ﷺ Akkana Jedhan " Leylatal-Qadriin Kurnan Xumuraa Keessaa Guyyoota Qaraa Ta'an Keessatti Barbaadadhaa" Jedhan.
عن عائِشةَ رَضِيَ اللهُ عنها أنَّ رسولَ اللهِ صلَّى اللهُ عليه وسلَّم قال: ((تَحَرَّوْا ليلةَ القَدْرِ في الوِترِ مِنَ العَشرِ الأواخِرِ مِن رَمَضانَ))
Guyyoota Qaraa Keessaallee Hedduun Ulamaa'ii Salafa Irraa Kaasee Halkan 27 Ta'utu Yaadama Jedhan. Guyyaan 27 ffaan Tun Ija Addaatiin Ilaalamti.
Ubayy Ibn Ka'ab(R.A) Waan Leylatu-Qadr Akkana Jedha " Wollahi Ani Isii Nin Beekaan, Beekumsi Kiyya Irra Caalaan Guyyaa Nabiyyiin Keenya Dhaabbitti Jabessanii Nu Ajajan Saniidha, Isiinis Halkan Digdamii Torbaffaati (27) ti" Jedhe.
قال أُبيُّ بنُ كَعبٍ رضِيَ اللهُ عنهُ في لَيلةِ القَدْرِ:((واللهِ، إنِّي لأَعلمُها، وأكثرُ عِلمي هي اللَّيلةُ التي أَمرَنا رسولُ اللهِ صلَّى الله عليه وسلَّمَ بقِيامِها، هي ليلةُ سَبعٍ وعِشرينَ)) رواه مسلم (762)
Kanaafuu Obboleeyyan Koo Leylatul-Qadr Halkan 27 Kana Waan Ta'uun Yaadamuuf Ibaadaa Irratti Jabaannee Kheyriidhaan Guyyoota Hafan Wajjiin Haa Dabarsinuu. Kheyrii Nu Jela Dabran Haa Carraaqannuu.
Du'aa'ii fi Ibaadaa Garagaraa Irratti Haa Jabaannu. Rabbiin Kheyrii Hunda Nuuf Haa Laaffisu. Leylatul-Qadriin Nuuf Haa Hiru. Milkii Duniyaa fi Aakiraa Nuhaa Milkeessu. Aamiiin!
✍ Abdurahman Mujahid Fillah