Telegram Web
Forwarded from Ajaib Media (@Anee)
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Bakka silaa dhooysuu qaban dhiifte ๐Ÿ˜„๐Ÿ˜„๐Ÿ˜„๐Ÿ˜„

@Ajaibmultimedia

@Ajaibmultimedia

@Ajaibmultimedia
Forwarded from Bisharo Abdi official
Si Dhaale Dhunfate Guutu Qaamaf Qalbii
Narra na dhihaatta na garta ya rabbii
Hidha jaalalatin daranuu na qabii
Risaala Jaalala Onne na khatabiโค๏ธ

@Suhye_bi
Watch "Sagantaa_Eida_Burhan_Tube_Isiniif_qopheessan_irratti_Nashiidaa_Eida_Al_Burhan" on YouTube
https://youtu.be/HxBQRvzuknU
Forwarded from Ajaib Media (@Anee)
Baga Iid arafatiin isin gahe warra baranaa kan bara heddu rabbi nuha godhu ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ

@Ajaibmultimedia

@Ajaibmultimedia

@Ajaibmultimedia
Watch "Sagantaa_Eida_Burhan_Tube_Isiniif_qopheessan_irratti_Nashiidaa_Eida_Al_Burhan" on YouTube
https://youtu.be/HxBQRvzuknU
Forwarded from Bisharo Abdi official
๐๐ฎ๐ซ๐ก๐š๐ง ๐‚๐จ๐ง๐œ๐ž๐ซ๐ญ ๐Œ๐š๐ซ๐ฌ๐š๐š 2๐Ÿ๐Ÿ๐š๐š

๐€๐ฌ๐ฌ๐š๐ฅ๐š๐ฆ๐ฎ ๐€๐ฅ๐ž๐ž๐ฒ๐ค๐ฎ๐ฆ ๐–๐š๐ซ๐š๐ก๐ฆ๐š๐ญ๐ฎ๐ฅ๐ฅ๐š๐ก๐ข ๐–๐š๐›๐š๐ซ๐š๐ค๐š๐š๐ญ๐ฎ๐ก Akkam Jirtan Jiraattoota Magaala Baabbileefi Nannawa Isii Jiraattan Hundi Kheeysanu
Insha allah boru ganama sa'aa 2:00tti wal arkaan teenya mana qophessaa/Mazagaja ha tahu Kheeysumman addaatis ni jirti

Sagantaale adda adda heddutu achiratti dhihaata
Fkn Gorsa,Nashiidale garagaraa Akkasuma Walaloo fi Diraamafa heddudha hamma hafe dheeyne waliin laalla๐Ÿ™‚

Namni Tikeeta seensa barbaade Lakkofsa khana qunnama #0975776288

Join๐Ÿ‘‡
@Suhye_bi
@Suhye_bi
Forwarded from Ajaib Media (@Anee)
Watch "Waan ofif qabachu dadhabde eenyu si qaba?Icciti tee ofumaaf qabadhu." on YouTube
https://youtu.be/Mpn9hQHb1vA
https://youtube.com/c/AjaibMultimedia ๐Ÿ‘ˆ linki kana tuqun subscribe naaf godha ummata qashtii
ODUU GAMMACHIISAA
------ -Carraa Hojii -----
Filmiin obbaleeysa kheenya Suheyb Sheikh Amiin Ibroo guyyaa Alhadaa 15/11/2014 ganama sa'atii 2: 00 irraa jalqabee Godina Hararghee bahaa Magalaa BAABBILEE galmaa waajjira mana qopheeysaatti bakka kheeysummooniifi sheekootiin teenya argamanitti ni agarsiifama.
Tikeetaa seensa galmaa namoota asiin gadi bira arkachuu ni dandeeysan.
Fetii Teyib Ahmed +251 92 186 4380
Nuuree Abdihayyi +251 99 473 6276
Mohammed Yasin +251 91 517 0300
Share waliif godhaa...

@ASMISHI
@ASMISHI
Forwarded from Bisharo Abdi official
1k Galatooma
Ammas deema subscribe godhaa๐Ÿ˜Œ
๐Ÿ‘‡
https://youtu.be/uAhnQpKr1VQ
Watch "walaloo islaamummaa fi oromummaa by Asladdiin Mahammad" on YouTube
https://youtu.be/YY45eNnLnGI
2025/05/31 19:33:04
Back to Top
HTML Embed Code: