Warning: file_put_contents(aCache/aDaily/post/ABDII_SABAA/-18455-18456-): Failed to open stream: No space left on device in /var/www/tgoop/post.php on line 50
ABDII SABAA@ABDII_SABAA P.18455
ABDII_SABAA Telegram 18455
ABDII SABAA
Du’uu Qananii Addunyaan walqabatee yeroo ammaa fuula TiikTookii Ishee duraanii irratti viidiyooleefi suuraawwan gadhiifamaa kan jiran yommuu ta’u , abbaan gadhiisaa jiru maaloo nu deeggaraa ergaa jedhu dabarsee jiraachuu odeessaaleen nu qaqqaban mullisaa jiru.

Akkuma viidiyoo
Badhaasi Artist Andualem Goosaa Haqame.

Boordiin Daayirektaroota Faawundeeshinii Hacaaluu Hundeessaa Badhaasa Andualem Gosaaf kenne haquun dogongora umameef dhiifama gaafatan.

Ibsi boordicha kan armaan gadiiti.

Dhimma Badhaasa Artist Andu'aalam Gosaatiin walgabatee, Ibsa Faawundeeshinii
Haacaaluu Hunddeessaa irraa kenname.

Faawundeeshiniin Haacaaluu Hundeessaa, kaayyoofi kennata Hacaaluu Hundeessaa itti
fufsiisuufi guddina aartii Muuziiqaa Afaan Oromoo keessatti gahee mataa isaa bahachuuf
kaayyeeffachuun, hojiilee Muuzigaa waggaa waggaan hojjataman filannoo ogeessootaafi
sagalee Ummataan wal dorgoomsisee badhaasaa turuun ni beekkama. Kanaaniis, Badhaasni Haacaaluu Hundeessa guddina muuziiqaa Oromootifi akkasummas, dagaagina aadaa
biyyattiif gahee irraa eeggamu bahachaa jira.

Gama biraatiin, akkuma Faawundeeshiniin HH, "Dambii fi Qajeelfama Badhaasa HH" irratti
ifatti kaayee jiruun: yeroo dhimmoonni addaa, kuniis Hojiin aartii ykn gochi aartiistiin tokko:
(Iffaa) Gocha ykn tatee kaayyoofi kennata (legacy) Artist Hacaaluu Hunddeessaa faalleessu
ta'e raawwatee argame, (2ffaa) Dhimma yakkaa ykn gocha miira hawaasaa tuquun walqabatee,
murtii casaalee aadaa sirna Gadaa kanneen akka Abbootii Gadaafi Haadhoolii siingee
dabalatee, murtoo qaama aangoo seera qabu latu hordofuun, Faawundeeshiniin HH
hojmaata keessoo isaatiin qulquileessuun,
badhaasa ykn beekkamtii laate deebisiisuufi irraa
kaasuuf mirga guutuu kan qaba tahuu hubachiisuu barbaadna.

Haaluma kanaan, dhimma artist Andu'aalam Gosaatiin walgabatee, Faawundeeshiniin HH sirna
badhaasichaan duraas dhimmacha itti dhiheenyaan hordofaa kan tureefi xalayaa seera qabeessa
kutaa gorannoo dhimmicha qabatee turerraa argame irratti hundaa'uun, badhaasni kan laatame yoo ta'u, badhaasa hordofee heeruu fi yaadni uummata irraa arganne irratti hundaahuun murteen keenya dogoggora akka ture Boordii Faawundeeshiniichaatiin mirkanaaheera.

Haaluma kanaan,dogoggora mul'ateef ummata keenya dhiifama gaafachaa, Badhaasni Artist Andu'aalam Gosaatiif kenname ture kan haqame ta'uu ibsina.

Xumura irrattis, Faawundeeshiniin HH yeroo hunda miidhamtoota cinaa dhaabbachuurraan kan hafe, haala kamiinuu qaamoolee mirga namaa sarban kn haqa namaa dabsan faana akka hin dhaabbanne Ummata keenyaaf mirkaneessaa, fuula durattiis adeemsa seeraafi haqaa bu'ura godhachuun heeruufi yaada uummata keenyaa kabajinee kaayyoo Faawundeeshinii Hacaaluu
galmaan gahuuf kan hojjannu ta'uu ibsina.

Faawundeeshinii Haacaaluu Hunddeessaa.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
1.14K👍173🔥128😭110💔79🤬50😢32👏30🤯29🥰28😱28

tgoop.com/ABDII_SABAA/18455
Create:
Last Update:

BY ABDII SABAA

Share with your friend now:
tgoop.com/ABDII_SABAA/18455

View MORE
Open in Telegram

Telegram News

Date: |

Users are more open to new information on workdays rather than weekends. Ng was convicted in April for conspiracy to incite a riot, public nuisance, arson, criminal damage, manufacturing of explosives, administering poison and wounding with intent to do grievous bodily harm between October 2019 and June 2020. Administrators A few years ago, you had to use a special bot to run a poll on Telegram. Now you can easily do that yourself in two clicks. Hit the Menu icon and select “Create Poll.” Write your question and add up to 10 options. Running polls is a powerful strategy for getting feedback from your audience. If you’re considering the possibility of modifying your channel in any way, be sure to ask your subscribers’ opinions first. Image: Telegram.
from us

Telegram ABDII SABAA
FROM American