Forwarded from P/Lemi (abush)
Kabajamtoota Maamiloota keenyaa haala gabaa yeroo ammaa irrattii hundaa'uudhaan gatiin meeshaalee maxxansaa adda addaa waan dabaleef yeroodhaam gatiin Baanerii 1m2 (kaaree 1) qar.250, gatiin Stiikarii 1m2 (kaaree 1) qar. 260 ta'uu isaan kabajaan isin beeksisna!!
Kabajamtoota Maamiloota keenyaa haala gabaa yeroo ammaa irrattii hundaa'uudhaan gatiin Sharaa waan dabaleef yeroodhaaf gaafa guyyaa 11/02/2017tii eegalee gatiin Baanerii 1m2 (kaaree 1) qar.280, Stikeriin kareen300 ta'uu isaan kabajaan isin beeksisna!!
❤5👍1
Kabajamtoota Maamiloota keenyaa haala gabaa yeroo ammaa irrattii hundaa'uudhaan gatiin meeshaalee maxxansaa waan dabaleef yeroodhaaf gaafa guyyaa 29/07/2017tii eegalee gatiin Baanerii 1m2 (kaaree 1) qar.340, Stikeriin kareen400 ta'uu isaan kabajaan isin beeksisna!!
Kabajamtoota Maamiloota keenyaa haala gabaa yeroo ammaa irrattii hundaa'uudhaan gatiin meeshaalee maxxansaa waan dabaleef yeroodhaaf gaafa guyyaa 01/11/2017tii eegalee gatiin Baanerii 1m2 (kaaree 1) qar.400, Stikeriin kareen450 ta'uu isaan kabajaan isin beeksisna!!
