Telegram Web
๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚
Yoo siigale qofa ๐Ÿ˜‚ cuqaasi

#StayHome #StayLaughing
@seeqaa Share To Ur Friends
Baay'ee mana taa'uukoorraa kan ka'e
.
.
.
.
Karaarratti Account bankii banadhu jedhanii warra na dhiphisaniyyuu yaaduu eegaleera๐Ÿ˜ข๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚

@seeqaa #StayHome & share it
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Atii ta'eee qis qis jedhee bo'aa๐Ÿ˜ช jiru gaafa Jaalasiin kee tokko sitti dhufe bo'aa jirta sa? siin jedhu....
.
.
.
Lakkii Lakkii Bo'aa hin jiru, Ija kootiinan Fincaana jira.๐Ÿ˜๐Ÿ˜”
Facebook yoo baayyistuu fi Abbaa kee

Abbaa: Adaraa ilmako akkaataan itti facebook gargaaramtu kun gaarii miti yoo sitti hafehoo...?
Ilma: Abbaa ko comment kee fudhadheera. Garuu yoo mara online ta'uun maal rakkoo qaba.
Abbaa: Rakkoo qaba malee, Yeroo dheeraa facebook gubbaatti dabarsuu keerraan kan ka'e Aadaa dagattee jirta beeki..
Ilma: Hin dogoggorin abba an aadaa sirriittin beeka.
Abbaa: Mee erguma beeka jettee duraa duuba ittiin hoolaan qalamu natti himuu ni dandeessaa?
Ilma: Abba kun cimeetiiree..? Jalqabarra gabaa deemtee search goota..
Abbaa: Ni barbaadda jechuu keetii?
Ilma: Eeyyee abba.
Abbaa: Tole achiihoo..
Ilma: achiin booda mana fiddee lafarratti download goota.
Achiin boodas morma isaa cut gootee, gogaa isaa irraa remove goota..
Achiin booda garaasaa open gochuun applicationoota achi keessa jiran hunda gadi baasta.
Abbaa: ohoo.. kee raajuma itti aanseehoo..
Ilma: Itti aanseemmoo application baasne sana Foldera keessa keenya
Abbaa: Gabataa gubbaa goona jechuu keetii.. achiihoo
Ilma: Achiimmoo gosa foonii like goone filannee garaa keenyatti possatuudhaka abba..
.
.
.
.
.
.
.Abbaa: Waan tokko dagatte ilmako.. warri ollaa keenyaa share akka godhanitti invite gochuu qabna๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜
......

Maal eegduree?
Share
Invite
๐Ÿ‘๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘
@seeqaa
@seeqaa
-> Intala oduu jaalattu tokkotu utuu bakka hojii deemtuu balaan konkolaata uumamee karaan cufamee bira geessee "na dabarsaa mee maaloo kan miidhame kun obboleessa kooti " jette.
Garuu konkolaataan kan rukute yoo maal ta'e gaariidha ๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚
...
...
...
harree๐Ÿด๐Ÿด๐Ÿ˜‚
๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚

@seeqaa
๐Ÿ’ต๐Ÿ’ต๐Ÿ’ต๐Ÿ’ต๐Ÿ’ต๐Ÿ’ต๐Ÿ’ต๐Ÿ’ต๐Ÿ’ต๐Ÿ’ต๐Ÿ’ต๐Ÿ’ต
Doolaara Online namoonni hojjechuu barbaaddan dafaa galamaa'aa
๐Ÿ’ต๐Ÿ’ต๐Ÿ’ต๐Ÿ’ต๐Ÿ’ต๐Ÿ’ต๐Ÿ’ต๐Ÿ’ต๐Ÿ’ต๐Ÿ’ต๐Ÿ’ต๐Ÿ’ต
Odeeffannoo dabalataaf channel kana gadii join godhaa๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://www.tgoop.com/Fn90footballl
Watch "Filmii Afaan Oromoo  OLAANLAALAA (2022)" on YouTube
https://youtu.be/HKwtnDCksTM
Forwarded from Joy decor (๐Ÿ‡ชโ€Œ๐Ÿ‡ฉโ€Œ๐Ÿ‡ดโ€Œ) via @like
Our customer photo
@joyenjoydecorations
โ˜Ž๏ธ 0902361030
0902361031
Bridal and occasional dresses
Only for rent
Kiraa qofaf
แˆˆแŠชแˆซแ‹ญ แ‰ฅแ‰ป
Inspiration@enjoyfriends
Hamster kombat แ‰ Crypto แŠ แˆˆแˆ แ‹แˆตแŒฅ แ‰ตแˆแ‰… แ‰ แˆ†แŠแ‹ แ‰ TON แ‹จแˆšแˆ˜แˆซ Verified แ‹จแˆ†แŠ แ‰ แ‰€แˆ‹แˆ‰ แ‰ แ‰ดแˆŒแŒแˆซแˆ แ‹จแˆ˜แŒฃ Tap แ‰ แˆ›แ‹ตแˆจแŒ แ‰ฅแ‰ป แ‹จแˆšแŒˆแŠ Easy Money แŠแ‹

แ‹จ1 TON แ‹‹แŒ‹ 6.6 แ‹จแŠ แˆœแˆชแŠซ แ‹ถแˆ‹แˆญ แˆฒแˆ†แŠ• แ‹ญแˆ„ แ•แˆฎแŒ€แŠญแ‰ต แˆŠแ‹˜แŒ‹ 5 แ‰€แŠ• แ‰ฅแ‰ป แ‹ญแ‰€แˆจแ‹‹แˆ

แŠจแ‹šแˆ… แ‰ แŠแ‰ต Not Coin แˆ‹แ‹ญ แ‹จแ‰ฐแˆธแ‹ˆแ‹ณแ‰ฝแˆ แ‹ญแˆ„แŠ›แ‹ แ‹ฐแŒแˆž แŠจNot Coin แ‰ฐแŽแŠซแŠซแˆช แŠแ‹ 
Tap Swap Maallaqa Salphaa Mirkanaa'ee fi Telegram irraa Tap qofa qabuun kan hojjetu Solana, jijjiirraa kirpitoo guddaa addunyaa irrati.

Gatiin Solana 1 Doolaara Ameerikaa 167 yoo ta'u pirojektii kana cufuuf guyyaa 5 qofatu hafe

Kanaan dura Not Coin bitattee jirta inni kun ammoo dorgomaa Not Coin ti.
Link armaan gadii tuquun hojjedhaa!
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ 
https://www.tgoop.com/hamster_komBat_bot/start?startapp=kentId6637083225

แŒˆแ‰ฅแ‰ณแ‰น แˆฐแˆซ แˆฐแˆซ แŠ แ‹ตแˆญแŒ‰

https://www.tgoop.com/hamster_komBat_bot/start?startapp=kentId6637083225
2024/06/01 19:58:06
Back to Top
HTML Embed Code:


Fatal error: Uncaught Error: Call to undefined function pop() in /var/www/tgoop/chat.php:243 Stack trace: #0 /var/www/tgoop/route.php(43): include_once() #1 {main} thrown in /var/www/tgoop/chat.php on line 243