Telegram Web
Immiyyeen kan qophaahe oromoodhaaf badhaasnii
Qalmaafii mana hidhaati
Gara lolaafaa ergu
Yoo jiraate waraannii
Kaleessaa jedhe oromoon
Galanni mooyyee darbaa
Fakkaatee fuula ifus
Alagaa keessi dabaa

Sangaa collee durayyuu
Qotuuniif gabaa bituu
Gaaf inni dadhabee
Giraafiin dirra gatuu

Jireenyi obsa gaafataa
Jabaa ta’i akka ijersaa
Haala yeroo yoo laatu
Jiraachuun si qaanessaa

Sabni seenaa hin beekne
Bishaan gabatee gubbaati
Gara argeetti jallataa
Alagaa gammachiisuuf
Fira hidhaatti irraanfataa

Badhaasin immyeen
Qopheessite hayyoota
Oromoo hedduu
Fannisuuf qopheesitee
Gooticha baalchaa safoo
Kan akka balaay zallaqaa qilxuu
Du’aa saaniin dhaadatti
Jiraasaani kan fixxu
Elemoo qilxuu
Taaddasaa birruu
Alamuu qixxeesaaf
waaqoo guutuu
Alyyii cirriif huseen bunee
Guraaraa lataaf
Daraaraa Kafanee
Alagaaf maaf sirbina
Irbuu jaraa gannee
Hooganaa ABO jaal magarsaa Barii Nadhii gammadaa laggasaa wagii
Tasfaahun camadaa
Baaroo tumsaa
Arsiti daadhiif Haacaaluu hunddeessaa
Isinuu beektanii
An maalan odeessaa

Kan harka diinaa jiruu
Juwaar muhaammadiif
Baqqalaa qarbaa
Hamzaa booranaa
Abdii raggaasaa
Mikaa hil booran
Battee urgeessaa
Hinseenee mukriyaa
Hayyuu gameessa
Fakkeenyaafan kaase
Nama heddu keessaa

Kan ukkaamsaan du’an
Eebbisaa addunyaaf
Haylee fidaa
Bilisummaa durru cidhaa
Duubni hidhaa
Oromoo dinnee didaa
Warri immiyyee booda
Waa fidaa.
Yoo kaayyoo hin qabaatiin carraan argame hundi siif galma keeti.salphinas haa ta’uu ulfina.jireenyi kee guutuun osoo fi tariidhaan guuttama.
Namni ga’umsa hin qabne iddoon dhaabatu hundi galma isaati sababiin isaas
Waan hin yaadiin argachuu hin danda’amu.@qerroo_bot galtoma
Forwarded from MILKAA'INA JIREENYAA (Abdii Abbiyyoo Eda'oo)
HA JEDHAN

jechat lakkuu ta’e, jechamnis danoomee
sammuutti na bu’ee, yaadni natti goomee
an of beekan see’a, ammoo ofin beeknee
waa’ee koo yoon dhaga’ummoo
faallaa natti ta’a, akkanaan ofin eegne

tarii natu sirriin jirree? moo ofin dagadhee?
sammuu kootiin ala an maalfaan hojjadhee?
anoo quba hin qabu waanin huje hin beeekuu
maaf natti hiriiranii quba natti akeekuu

garuu xiyyootni qaraman maaliif natti darbuu?
maaliif na sakaalu qolaan darbatanii?
nama kaayyoo qabu, nama galma qabu
homtuu akka hin kuffisne Sila hin dagatanii?

an maalan ta’ee maal balleesse jedhu
akka Ani kufee itti qixxaahu fedhuu
maaliif na dhukkubsu maaliif natti rakkuu?dhiibanii dhufanii gufuu natti ta’uuf
karra meeqa danquu?

lakki dhiisi jedhu waan kana hindandeettuu
akkanatti deemaa yoomuu galman geettuu
Kuni siif hin malu sadarkaa Kee mitii,
hin ifaajin dhiisi gatii biraa lixii

jechaa duura kootti gufuu heddu tuulu
Sila Maaltu galchee galma kootti duulu
an kana hin dhagahu waan jettan hundumaa
haasayaa fixadhaa, waan feetan gungumaa
kaayyoon Koo hin gufatu dursa muldhateeraa
milkiin kiyya ammoo hinaaffaa Kee eeraa

wallaalaa of hin beekne raatuu nan see’inaa
Abdii kuta jettaniis tasa nan eeginaa
Ani beekkadheera dursee hubadheeraa
gurrii Koon dhagahu lachuu cufadheera
tuffadheman dhiisa haa jedhan jedheetan
beekaaman callisa obsuuf dirqameetan

JETTUUN INUMA JETTI
JETTEES CALLUMA JETTII!
ABJUUN KOO HIN GUFATU
YOOMUU GALMA GEETTII!
@#Abdi_Abiyo_Edao

Maddi: fuulbarruu fb Koo
Asumaan warri fb fayyadamatan fuulbarruu Koo add/follow gochuu hin dagatinaa👇👇👇👇👇

https://www.facebook.com/100026080621593/posts/961568554722490/?app=fbl
Jawaar hidhamuun tarsiimoo qabsooti malee kufaatii miti ammas inni bahuun xumuraa miti qabsoon keenya hanga bilisoomnutti itti fufa
Baga hidhaadhaa baate tokkocha akka miliyeena leenca oromo
Carraa komachuun
Kuni maali
Ka’ii carraaqii
Carraa kee yaali

Carraaqiin kennaadha
Duudhaa warra keenyaa
Carraatti amannee
Maaliif tetteenyaa
Haa carraaqqannuu
Waan humna keenyaa

Qarshii kudhan ni tuffannaa
Dhibba ammoon qabnuu
Hamii namaatiif
Afoosha dhaabnuu

Hamii afoosha warra
Hojii dhabaa
Oromoon kaleessaa
Safuudha qabaa

Gowwaan gaafa qabu nyaatee
Gaafa dhabee daldalaa
Jecha kanarraa eenyuutu
Hoffalaa

Gaafa argannu
Foon lukkuu nyaannaa
Gaafa fixanne
Liqiidhaaf kaannaa

Birraa abdatanii
Ganna hin qoodanii
Bubbee bara kanaa
Gara hin beekanii (yooseef geetahuun)

Jireenyi tattaaffiif
Carraaqqiin guutamee
Warra carraaqan bicuun
Addunyaan faayamee

Yaada qabdan naan gahaa
Kafaltii tokkoon maletti
Karaa bot koo @qerroo_bot irratti qalatooma hordoftoonni koo hundi l very surprise all of you❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
❤️❤️❤️🌱🌱🌱 wiirtuu leenjii Koomputaraa Naf-teeki leenjiittotta heedu horata kan jiruu yoo ta'uu dhabbaata leenjii Koomputaraa keenudha
𝗗𝘂𝗯𝗮𝗿𝘁𝗶𝗶𝗻 𝗖𝗵𝗮𝗮𝗻𝗮𝗮𝗹𝗶𝗶 𝗧𝗩 𝘁𝗶

𝐀. 𝖣𝖺𝖺𝗐’𝗂𝗂𝖽𝗁𝖺𝖺𝖿 𝖴𝗎𝗆𝖺𝗆𝗍𝖾 𝖭𝗂 𝖣𝖺𝖺𝗐’𝖺𝗍𝖺𝗆𝗍𝗂.
𝖲𝖺𝗀𝖺𝗇𝗍𝖺𝖺 𝖦𝖺𝖺𝗋𝗂𝗂 𝖸𝗈𝗈𝗄𝗂𝗂𝗇 𝖧𝖺𝗆𝖺𝖺𝖽𝗁𝖺𝖺𝗇 𝖦𝗎𝗎𝗍𝗍𝖺𝗆𝗍𝖾𝖾𝗋𝗍𝗂.

𝑩. 𝖸𝗈𝗈 𝖪𝖺𝗋𝖺𝖺 𝖧𝖺𝗅𝖺𝖺𝗅𝖺𝖺𝗍𝗂𝗂𝗇 𝖨𝗍𝗍𝗂 𝖬𝖺𝗄𝖺𝗆𝗍𝖾 𝖢𝗁𝖺𝖺𝗇𝖺𝖺𝗅𝖺 𝖦𝖺𝗆𝗆𝖺𝖼𝗁𝗎𝗎𝗍𝗂.

𝐂. 𝖸𝗈𝗈 𝖲𝗂𝗍𝗍𝗂 𝖣𝖺𝖻𝖽𝖾 𝖨𝗆𝗆𝗈𝗈 𝖠𝗆𝗆𝗎𝗆𝖺 𝖦𝖺𝗋𝖺 𝖭𝖺𝗍𝗂𝗈𝗇𝖺𝗅 𝖦𝖾𝗈𝗀𝗋𝖺𝗉𝗁𝗒 𝖩𝗂𝗃𝗃𝗂𝗂𝗋𝖺𝗆𝗍𝗂 ( 𝖲𝖺𝗀𝖺𝗇𝗍𝖺𝖺 𝖡𝗂𝗇𝖾𝖾𝗇𝗌𝗈𝗍𝖺 𝖡𝗈𝗌𝗈𝗇𝖺𝖺𝗍𝗂).

𝑫. 𝖢𝗁𝖺𝖺𝗇𝖺𝖺𝗅𝖺 𝖫𝖺𝗆𝖺 𝖶𝖺𝗅 𝖡𝗂𝗋𝖺 𝖣𝖺𝖺𝗐’𝖺𝖼𝗁𝗎𝗎𝗇 𝖭𝗂 𝖴𝗅𝖿𝖺𝖺𝗍𝖺. 𝖠𝖻𝖻𝖺𝖺𝗇 𝖥𝖾𝖽𝗁𝖾 𝖢𝗁𝖺𝖺𝗇𝖺𝖺𝗅𝗂𝗂 𝖨𝗌𝖺𝖺𝖿 𝖳𝖺’𝗎 𝖥𝗂𝗅𝖺𝗍𝖾𝖾 𝖣𝖺𝖺𝗐’𝖺𝗍𝖺.

𝐄. 𝖱𝗂𝗂𝗆𝗈𝗈𝗍𝗂𝗂 𝖳𝗈𝗄𝗄𝗈𝗈𝗇 𝖡𝖺𝗇𝖺𝗆ti.

𝐅. 𝖳𝗏’𝗇 𝖱𝗂i𝗆𝗈𝗈𝗍𝗂𝗂 𝖧𝗂𝗇 𝖰𝖺𝖻𝗇𝖾 𝖨𝗆𝗆𝗈𝗈 𝖧𝖺𝗋𝗄𝖺 𝖷𝗎𝗋𝗂𝗂 𝖦𝖺𝗋𝖺 𝖦𝖺𝗋𝖺𝖺𝗍𝗂𝗂𝗇 𝖡𝖺𝗇𝖺𝗆𝖺.

𝖱𝖺𝖻𝖻𝗂 𝖢𝗁𝖺𝖺𝗇𝖺𝖺𝗅𝖺 𝖪𝖾𝖾𝗒𝗋𝗂𝗂 𝖨𝗌𝗂𝗇 𝖧𝖺𝖺 𝖦𝗈𝖽𝗁𝗎.

                    𝗗𝗵𝗶𝗶𝗿𝗿𝗶 𝗥𝗶𝗶𝗺𝗼𝗼𝘁𝗶𝗶 𝗧𝗩 𝘁𝗶

𝐀. 𝘙𝘪𝘪𝘮𝘰𝘰𝘵𝘪𝘪𝘯 𝘛𝘝 𝘋𝘩𝘢𝘢𝘮𝘦 𝘘𝘢𝘣𝘴𝘪𝘪𝘴𝘶𝘶𝘧 𝘍𝘢𝘺𝘺𝘢𝘥𝘢.

𝐁. 𝘙𝘪𝘪𝘮𝘰𝘰𝘵𝘪𝘪𝘯 𝘒𝘶𝘯 𝘊𝘩𝘢𝘢𝘯𝘢𝘢𝘭𝘪𝘪 𝘏𝘪𝘯 𝘛𝘢𝘢𝘯𝘦 𝘈𝘬𝘬𝘢 𝘏𝘪𝘯 𝘍𝘪𝘭𝘢𝘯𝘯𝘦𝘦𝘧 𝘖𝘧 𝘌𝘦𝘨𝘨𝘢𝘯𝘯𝘰𝘰 𝘉𝘢𝘳𝘣𝘢𝘢𝘤𝘩𝘪𝘴𝘢.

𝐂. 𝘙𝘪𝘪𝘮𝘰𝘰𝘵𝘪𝘪𝘯 𝘊𝘩𝘢𝘢𝘯𝘢𝘢𝘭𝘢 𝘍𝘦𝘥𝘩𝘦 𝘚𝘦𝘢𝘳𝘤𝘩 𝘎𝘰𝘥𝘩𝘶𝘶 𝘋𝘢𝘯𝘥𝘢’𝘶𝘴, 𝘈𝘭 𝘛𝘰𝘬𝘬𝘰𝘵𝘵𝘪 𝘛𝘰𝘬𝘬𝘰𝘰 𝘖𝘭 𝘋𝘢𝘢𝘸’𝘢𝘤𝘩𝘶𝘶 𝘏𝘪𝘯 𝘋𝘢𝘯𝘥𝘢’𝘶.

𝐃. 𝘙𝘪𝘪𝘮𝘰𝘰𝘵𝘪𝘪𝘯 𝘏𝘢𝘳𝘬𝘢 𝘋𝘢𝘢’𝘪𝘮𝘮𝘢𝘯𝘪𝘪 𝘑𝘪𝘳𝘶 𝘊𝘩𝘢𝘢𝘯𝘢𝘢𝘭𝘶𝘮𝘢 𝘔𝘢𝘳𝘢 𝘉𝘢𝘯𝘶𝘶𝘧 𝘍𝘪𝘪𝘨𝘢.

𝐄. 𝘙𝘪𝘪𝘮𝘰𝘰𝘵𝘪𝘪 𝘊𝘩𝘢𝘢𝘯𝘢𝘢𝘭𝘪𝘪 𝘒𝘦𝘦𝘺𝘳𝘪𝘪 𝘚𝘦𝘢𝘳𝘤𝘩 𝘎𝘰𝘥𝘩𝘦𝘦 𝘋𝘢𝘢𝘸’𝘢𝘵𝘶 𝘚𝘪 𝘏𝘢𝘢 𝘎𝘰𝘥𝘩𝘶.

A/nasir Tufa
"Yeroo tokko tokko rakkoon si mudatu waan hin taane waan hojjetteef osoo hin taane, waan sirrii hojjetteefi."

  -Joo'el Osteen
━━━━━━━━━
@A4mulaa_jireenyaa
Jiruu tee keessatti dukkanni jalqabaa gaafa hiriyyaa tee/kee jalqabaatiin wal hubatuu dadhabdan eegala.!

Join👉 @milkaainajireenyaa
👉JECHOOTA GORSAA FI BARSIISOO ARMAAN GADII QALBEEFADHU👀👍👍
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
---------------------------------------------------------------------
1. Yeroo namni nama biraa sitti hamatuu gurra hin keniniif didin! #Maaliif seete? Innis boru nama kan biraatti si hamata.

2. Iccitii kees itti hin himattin! #Maaliif seete ? Hamachuun amala isaa waan ta'eef, iccittii hin qabatu.

3. Nama tokkotti mi'aawuuf ykn qullqullu fakaachuuf hiriyaa kee qullqullu hin xureessin! #maaliif seete ? Dhugaan si gaafata.

4. Yeroo hunda waanta haqa qabessaa dubbadhu! #maaliif seete? Sobni yeroo sana qofaaf si fayyada malee bori hin qabu.

5. Yoo sobamte hin aarin! '#maaliif? yoo jette' guyya itti dhugaan ifa ba'uu ni dhufa gaafas dhugaanatti dubaattu ragaa sif ba'a

6. Jette jettee hin amaniin , amantus dabarrsitee hin himiin ! #Maaliif seete? tarii soba ta'e si qaanessa.

7. Waa'ee namaa hin haas'aiin ! #Maaliif seete? Irra namaa malee keessa nama waan hin beekneef.

8. Hiriyaa jallattu hin gowwommsin! #Maaliif seete waan si amanuuf jecha kee dhaagaa.

9. Hiriyaa kee bay'ee jaaladhu garuu hin amaniin ! #Maaliif seete ? Amala sitti jijiirrachuu danda'a, yeroo kana ni hamatta.

10. Dafftee murrtoo hin fudhattin ! #Maaliif seete ? Yoo murrtoo sana hin dandeenye ni gaabbiita.

11. Waannta hummni kee hin dandeenye waadaa hin seenin ! #Maaliif seete? Yoo waanta sana raawwachuu hin dandeenye ni qaanoffta.

12. Yeroo namni si arrabbsu deebitee hin arrabbssin ! Maaliif seete dubbii baay'etti ykn jecha cimaatti waan ceetanuuf.
♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️
Yoo nama beekaa taate ; irraa baradheera jettee hin dhiisin oboloottaf, namoota beektu hundaaf barbaadiin share godhi 🤔🤔😘

Share please  and join it
♥️ 𝗝𝗼𝗶𝗻 𝗚𝗼𝗰𝗵𝘂𝘂𝗳  ♥️
    👇👇👇👇                
🌹 @Library_Islaamaa
🌹 @Library_Islaamaa
♻️☝️☝️☝️☝️☝️☝️ ☝️♻️
💐🍂💐🍂💐🍂💐🍂
Shakkiin dhukkubbii sammuu gaa'elaaf jaalala namaa diigudha!
*******
Haadha manaatu yeroo hundaa abbaa manaashee shakka, keessa baatee hojjettuu manasheetti shakkuu jalqabdee.
Guyyaa tokko abbaan manaankoo hojjettuu manakoo waliin hariiroo biroo waan qabuuf hojiisaa saaxiluun qaba jettee kiyyoo/qormaata wayii qopheessiteef. Isheeniis hojjettuu manasheen gara manakeetii guyyaa shaniif deemi jettee geggeesiteen.
Akkuma amalasaa abbaa manaashee haadha manaasaan hojii deemeen dhufa jedhee haadha manasaa dhungatee manaa bahe. Haati manaansaas yeroo kana shakkuun dhokattee dhaqtee kutaa hojjettuunshee ciistu keessa qullaashee ibsaa cufuun uffata halkaniif uffattee ciiste!
********
Yeroo kana namni tahe balbala banatee olseene utuu waan tokko hin dubbatin uffata ofirraa baasee ishee waliin walqunnamtii saalaa gochuuf gagammadaa itti utaale.... Cinaa ciisee tuttuquu eegale. Isheen abbaa manaashee seetee "kunoo bagan si saaxile edaa ati guyyaa guutuu ishee waliin ciista" anaaf yeroo hin kennitu amma isheef yeroo laattu jettee gaafa aartee dubbattee ibsaa mana keessaa bantu.....
********
Edaa isheen waardiyyaa waliin amma kana ciisaa turte. Wardiyyichis na'ee dhiifama giiftii isin hin seene ani hojjettuu manaadhan se'e jedhee yeroo sagalee olkaasee dubbatu, gidduutti abbaan manaashee gaafa fiigee kutaasaanii deemu lamaan isaanii utuu qullaa jiranii walirratti qabe.
Inni ammoo dabreesaa na'ee....... maaltu akka ta'e tilmaamuu dandeessu....
********
Amanamummaan gammachuu mana tokkoof furtuudha! Shakkiin balaa hamaa gaa'eelaaf jaalalatii!.
****
Fayyaan Faaya
Dr. Gurmeessaa
▶️ Namni akkanaa numa jiraa?!

🥀 Barataa tokkootu bakka cidhaatti barsiisaa dur isa barsiise , kan umriin deemte tokko arke. Achumaan fiigaa itti dhaqee sagalee laaftuudhaan: na yaadattaa? je'een

Barsiisaan hin yaadadhu je'een.
Yaroo kana akkamitti na irraanfatte?

An bar isa gaafa barannu, hiriyaa kiyya duraa sa'aatii fuudhee dhukfate.
Achumaan barataaan sun sa'aatiitu na duraa bade je'ee sitti himannaan ol nu kaaftee gara girgiddaa deebi'aa. Namuu ija keysan cufadhaa! Ni sakatta'amtuu nuun jette. Achumaan sakkatta'uu moggaarraa eegalte.

Yaroo ana bira geysu sa'aatii san kiisa kiyya keysaa  baafte.
Booda Arke jettee anarratti hin dhaabne, sakatta'uu itti fufte; hanga xumuraatti.

Achumaan namuu as garagalaa ija teysan banadhaa nuun jette. Odoo namootatti na himtee na hin saaxilin sa'aatii abbichumaaf deebiftee uste.
👇👇
Na saaxilta, naas ni adabda jedheen eeguu ture.
Achumaaniin an guyyaa sanirraa kaasee waan namaa hin hatu jechuu murteyse.
Achi booda barsiisaan: ee taatee san niin yaadadha. Garuu aniis yaroo san akkaan nama san arkee keysi kiyya jibbannaan hin guutamneefiin nama san sattaruuf ija akkuma keysanitti cufadhee isin sakatta'e.
‼️‼️‼️
Namni hamtuu namaa namaaf dhoksu lakkofsa gabaabaadha.

Yaa Rabbi nu sattari! Kan hamtuu obboleysaa dhoksuuf nu godhi‼️
Roobee_Gaasara_Ginniir_Gooroo_gidduu daandiin jiru tokko qofa Roobee irraa Magaalaan Ginniir 140 km fagaattee argamti.

Godinni Kun Oomisha qamadiin Godina Oromiyaa keessatti argaman keessaa Adda dureedha. Garuu daandii Aspaaltii haa hafuu Dandii cirrachaa(pistaayyuu) hin qabu.
Mootummaa Aanaa kana keessaa galii guddaa argata.Warroonni Aanaa Fi Godina sana bulchaa turanis qabeenya ummata Sanaa saamuu malee takkaa ummata saniif hojjattanii hin beekan.
Warroonni pp Kan Oromiyaa fi Kan Godinaas guyyama guyyaan Dandima akkana fakkatu kanarratti konkolaataa dhaabanii qamadii hiyyeessaa keessatti suuraa kaa'aa oolu malee waan isaan hojjatan hin argine.
Daandiin ummanni itti tajaajilamu kun akka tolfamu kontiraata kennamee ture.erga kennamee waggaa 8 lakkoofsiseera. Warri badhaadhinaa kunis achuma irra deemee qamadii suuraa kaasee gabaasa tolfata.garuu ummanni Robee irraa Ginniir gahuuf guyyaa guutuu imala.Magaalaan Ginnir erga hundooftee waggaa 116 geessee jirti.lafa qabsoon oromoo iccitii milkii har'aa taate magaalaan akkanaa mootummaa biratti seenaa fi gatii dhabuun ummanni daandii dhabuun dararama.ammas riifoormii #Paartii_Badhaadhinaa ummata daandii fi jiruuf jireenyi isaanii abdii mootummaa kana irraa qabu abjuu ta'es oliif gadii kaati.dura daandii sirreessaa,bishaan gahaa ummataa galchaa,ifaa ummataa diriirsaa,tajaajila bilbilaa ummataa qajeelchaa akkasiin mootummaa fi #paartii badhaadhinaa hojiin argisiisuun ummatatti gadi baha.

Jiraattoonni Baalee Bahaa fi imaltoonni karaa sanaa sagalee nuuf ta'aa jechaa jiru . Ummata kanaaf sagalee ta'aan …
Mo Salah 💓💓

Gaafa Baarseloonaan isa barbaacha dhufe Lius Suarez Liivarpuul dhiisee deeme.
Gaafa Real Madrid isa barbaacha dhufe Xabi Alonson Liivarpuul dhiisee deeme.
Gaafa Cheelsiin isa barbaacha dhufe Fernando Torres Liivarpuul dhiisee deeme.
Gaafa Baarseloonaan isa barbaacha dhufe Phliphe Coutinhon Liivarpuul dhiisee deeme.
Gaafa Baayer Muunik isa barbaacha dhufe Saadiyoo Maaneen liverpool dhiisee deeme.
Gaafa Manchester city 'n barbaacha dhufe Raheem sterling Liivarpuul dhiisee deeme.
Gaafa Koontiraatni isaa dhumate Bobby Firminon hin haaromsu jedhee didee deeme.

Moo Saalaan garuu Real Madrid, Barcelona, PSG hundi isaanii balbala itti dhadhayaa turan. Inni garuu ani Liivarpuuliif amanamaadha jedhe.

✅️Mo Salaan Liivarpuuliif taphoota 🎮 305 taphachuun,
✅️Gooliiwwan ⚽️ 186 Lakkofsisee,
✅️Kubbaawwan goolii ta'an 74 mijeessuun walumaagalatti hirmaannaa goolii 260 qaba.
✅️Waancaawwan 7
🏆 Champions League 2019
🏆 European Super Cup 2019
🏆 Club World Cup 2019
🏆 Premier league 2019/20
🏆 League Cup 2022
🏆 FA Cup 2022
🏆Community Shield 2022

Liverpool wajjiin milkeeffatee jira.
Taphataan liverpool Premier league 'n gooliiwwan hedduu galche isa.
Taphataan liverpool Champions league'n gooliiwwan hedduu galche isa.
Taphataan Afrikaa Premier league 'n gooliiwwan hedduu galche isa.
Taphataan Afrikaa waltajjii awurooppaa irratti gooliiwwan hedduu galche mootii warra ijibt Mohamad Salah jedhama.
Taphataan Afrikaa liigota awurooppaa keessatti bara dorgommii tokkoon gooliiwwan hedduu galche mo Salah jedhama.

Legend

Har'a dhaloota isaa waggaa 31ffaa kabajachaa jira.

Baga dhalatte💓💓
Seena garaa nama nyaatu kana utuu hin dubbisin bira hin darbin.
Seenichi baayye nama gaddisiisa garas nama nyaata seenichis akkas ture ijoolle xixxiqqoo umuriin isaani mana barnootaaf gahe mana barnoota galani barnootarra utuu jiranii barattoota keessa tokko ol ka'e barsiistu isaan barsiisa jirtuun skriiptoon akka jalaa hatame erga itti himeen booda borsaan baratoota hunduma naaf haa sakata'amu jedhe.
Sana booda barsiistuttiinis borsa ijoolle hunduma sakattaate barattuu tokko bira geesse borsaa barattuu sana sakatta'uf gaafatte barattuun sun garuu nii didde sana booda barsiistuttiinis hattuun sumadha barattuuttiidhan erga jettee booda gara hoogganaa mana barumsaa sanatti barattuu sana geessite.
Sana booda barattuun sunis barsiistuu iseetiin akkas jetteeni barsiistu koo ani hattuu miti borsaa koo sakata'u nii dandeessa jette garuu borsaa kiyya ijoolle keessatti akkati sakattaatu hin barbaanne jette.

Barsiistuttiinis borsa barattuu sana gaafa bantu waan hin yaadamne tokko argite firfaari nyaata ijoolleen irra nyaatan kan isheen walitti qabatte sana booda barsiistuun sunis akkas jechuun barattuu sana gaafatte kana maalin gochuuf walitti qabde jetteen.
Barattuun sunis obboloota kiyyaafin geessa abbaan keenya bala konkolaataatiin nura boqote haadhi keenyalle dhukkuba hamaan qabamte boqatte nama nugargaaru waan hin qabneef waan nyaatan hin qabnu kanaafin obboloota kiyyaafin geessa yoon kana isaaniif fuudhe gale male waan nyaatani bulan hin qaban jetteen jedhama.

Bareeffama kanarra waa hubattaniittu jedheen yaada utuu hin hubatin qubaa hin gubatin kan jedhamuufis kanumaafi adara ollaan bultee beeka akka itti bule abbaatu beeka jedhama mitiire mee adara namoota harka qalleeyyi naanno keenya jiran haa yaadannuun dhaamsa kiyya.

Yoo sinitti toleraa ta'ee add godha fb koo Mes Ki +Seena garaa nama nyaatu kana utuu hin dubbisin bira hin darbin.

Yoo sinitti toleraa ta'ee add godha fb koo Mes Ki +
#_DUBBISTTE_SHARE__GOTTU_MAALEE_BIRAKUTIN

Intala takkaatu Manaamaan (abjuun) Obbaleeysa isii tokko kan jawween ciniintee (idditee) Ajjeefte Agarte.
.
Ganama Akkuma hirriibarraa kaateeni Manaama isii obbaleeysa isiitti himte. Inniniis Abjuun mu'minaa dhugaa akka tahe waan beekhuuf hedduu rifate😢! Waan godhu dhabe.
Mee maal haa godhu ?!
Sheeka bira dhaqaa ?!
Miti..
.
Bakka waa laaltu (raayduu) bira dhaqaa ?!
Miti...
Inni garuu akkuma manaa obbaleeytii isaa dhagaheeni Ra'ee qalee wadaaja (du'aa'ii) godhuuf biyya isaa afeere. Irra hedduun namaa nidhufe.
.
Inniniis manaama isaa isaanitti hime. Isaaniis nyaatanii, dhuganii, eega quufan booda du'aa'ii akka ajaa'ibaatti gurbaa kanaaf godhanii biraa deeman.
Eega isaan deeman booda inniniis nyaata dhiheeyfate. Eega harka dhiqatee Booda dullattii Ollaa isaa jiraattu takka Yaadate. Dullattiin tun nama guddaa ija hin qabne waan taateef Afeerraa isaa tana osoo hin dhufin hafte. Inniniis nyaata ofii dhiheeyfate san osoo irraa hin qammasin fuudhee dullattii tanaa geeyse. Manaama Ob. Isaatiis itti hime. Dullattiin tun "balaan takka sin arkin, hamtuu sin xuqin" jattee akka ajaa'ibaatti du'aa'ii isaa goote. Inniniis galeeti nyaata nyaatee rafe.
.
Eega walakkaan halkanii dabrii booda jawween Ob. Isaa agarte Mana isaa seente. Akkuma mana ol-seenteenii foolii (shurufkaa) foonii dhageeysee, gara fooliin irraa dhagayamtu san achi gortee foon nyaachuu jalqabde...!
Osoo foon nyaattuuti lafeen laagaa isii danqarte. Firraa baasuuf lafaafi dhaaba manaatiin osoo of tumtuu duute.
Halkan yaroo bari'uu joolleen gurbaa kanaa bineensa kana agaranii sodaatanii abbaa isaanii itti yaaman. Inniniis dhufee bineensa kana yaroo agaru gammadee rabbi isaa galatoonfate...
.

Jawween isaa ciniinuuf dhufte akkana taate.
Rasuul 💚S.A.W💔 akkana ja'an
murtii rabbiin murteeyse du'aa'ii yoo taate malee wanni hanbisu hin jiru.
Keeysaahuu du'aa'ii nama rakkatee haalaan qeebalamti...
Gaafa gammaddee gara nama jaalattuu deemta, gaafa gaddite immoo gara nama si jaalatuu deemta.
2025/06/28 14:52:43
Back to Top
HTML Embed Code: