Telegram Web
BARRI 2๐ŸŒป17 KUN:
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒป Kan Gammachuu!
๐ŸŒป Kan Milkaa'inaa!
๐ŸŒป Kan Badhaadhinaa!
๐ŸŒป Kan Jaalalaa!
๐ŸŒป Kan Tokkummaa!
๐ŸŒป Kan Guddinaa!
๐ŸŒป Kan Haaromsaa!!
   ๐ŸŒบ Isiniif!
   ๐ŸŒบ Maatii keessaniif!
   ๐ŸŒบ Ollaa keessaniif!
   ๐ŸŒบ Hiriyyoota Keessaniif!
   ๐ŸŒบ Biyya KEENYAAF!

๐ŸŽ„Bara Itti Mul'anni keessan dhugoomu!

๐ŸŽ„Bara itti bakka yaaddan geessan.

๐ŸŽ„Bara itti hojjettanii milkooftan!

๐ŸŽ„ Bara itti firii keessanitti gammaddan!

๐ŸŒบ ISINIIF HAA TA'U! ๐ŸŒป
Yoo jennu hawwii guddaa dhaan!


@Oromotoo
@Oromotoo
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA (Jarr ๐Ÿ‘จโ€๐Ÿ’ป๐Ÿ’ค ย ๐Ÿˆโ€โฌ›)
โœ๏ธ Wantoonni kan galma gahan... hanga abjuu keetiitiin osoo hin taane.. hanga ati galma sanitti gahuudhaaf irratti hojjatteen..
kanaafuu furtuun gammachuu abjuu gaarii qabaachuudha... furtuun milkaayinnaa abjuu qabdu sanarratti gatii barbaachisu hundaa kafaltee hojjachuudha....!!

๐Ÿ‘‡
https://www.tgoop.com/Jechootahayyoota
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA (Jarr ๐Ÿ‘จโ€๐Ÿ’ป๐Ÿ’ค ย ๐Ÿˆโ€โฌ›)
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
#AKKAM_WAYYA?
****

โœGaliiliyoo Galiilee saayintistii beekamaa ture. Akkasumas Ammoo miseensa waldaa Kaatoolikiidha. Teleskooppiin ilaalee lafti akka aduutti naannoftu ibse. "Aduun lafatti hin naannoftu; lafatu aduutti naanna'a!" jedhee barsiise. Waan kun garuu aanga'oota amantaa Kaatoolikii akka malee aarse. "Kun uumama Waaqayyootti qoosuudha!" jedhan. Barumsa dogoggoraa kan Kitaaba Qulqulluu faallessu ta'uu isaa yaadan. Barsiisa isaa kana akka dhaabu deddeebi'anii
akeekkachiisan. Inni garuu ittuma fufee barsiise.

โœ Dhuma irratti adabuuf murteessan. Koreen adaba itti murteesse. Namicha fudhatanii gaara guddaatti ol ba'an. Roggeen gaarichaa cabbii uffatee jira. Baay'ee qorra. Uffata isaa irraa baasanii cabbicha irra ciibsan. Qullaa isaa. Isa booda hamma dhiigni
isaa cobutti reeban. Reebicha guddaa qorra guddaa keessatti.
Baay'ee gidirfame. Dhuma irratti sagalee isaa dadhabee hollatuun akkana jedhe: "Yee jarana! Yookaan saayinsiin isiniif hin galu, yookaan immoo
Kitaabni Qulqulluun isiniif hin galu. Lachuu keessaa hin qabdan. Akkan itti isiniif ibsun dhabe.  Egaa akkam wayya?"
*
# Akkam_wayya ?
Waanan jechuuf jedhe jedheera. Dalga immoo akka na jalaa hin hiikne.

#A_Adha. #AU,irraa

Ergaa kanaa yoo jaallattee hiriyyoota keef share godhi.
Join ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Oromotoo
@Oromotoo
@Oromotoo
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA
Isa gadi ciibse morma kichu muru caala isa cal jedhee itti ilalaalutu laalaa harmee kichuutti uuma.๐Ÿ˜ญ
Inni har'a morma kichuu mure kun kaleessas harmaaf harka hadholi keenyaa muraa ture bakka muru jijjiirate malee inni hojii isaa ittuma jira.nuti mormaa gadiin ofirratti duuna amma mormas nu muruu guyyaa guyyaan amleeffatan.yaa warra ummata bakka buutan jaratti tanatti adaba hawaasarraa godhaa.
Imimmaan harmee kanaa isaan haa balleessu ibbo๐Ÿฅฒ.

ยฎ๏ธ โœ๏ธ
@Jechootahayyoota
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA
Rule No 1

Gammachuun jidduu keessanitti jiru cimee akka itti fufu yoo barbaadde namootaaf hin odeessin !
:ยจยท.ยทยจ:
 `ยท.   @Jechootahayyoota
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA
Jiruun tun Qormaata hedduu ulfaataa taheedha. Irraa hedduun kheenya ni khufna! Sababninis namoota biroo waan hordafnuufii isaan san tahuuf waan yaalluuf, Garuu waraqaan qormaata ta hunda kheenya adda adda akka taate hin hubanne
!.๐Ÿ–ค๐Ÿฅ€


GORSA JIREENYAA

@JECHOOTAHAYYOOTA
@JECHOOTAHAYYOOTA
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA
FUULA BAREEDAA HIN BARBAADIN.

Gaaf tokko ni dulloomti.  Gogaa lallaafaa hin barbaadin, gaaf tokko ni cabbabaa.  Garuu Onnee amanamaa guyyaa guyyaan si barbaadu bara baraan si jaalatu barbaadi.โค๏ธ

โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”
@Jechootahayyoota
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA
Love Diary:
Imali malee namatti hin himin.  seenaa jaalala dhugaa jiraadhu malee namatti hin himin.  gammachuun jiraadhu malee namatti hin himin, namoonni waan babbareedaa ni balleessu.

โ€”Khalil Gibran
โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”
@Jechootahayyoota
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA
Namoonni waggoota muraasa booda si yaadatuu hin danda'an.

Namni hunduu jireenya mataa isaatiin qabamee jira, namni waaโ€™ee kee yaaduuf yeroo hin qabu, keessattuu โ€œdogongoraโ€ kee miti.

Deemi RISK fudhadhu, jireenya barbaaddu ijaari , sana yoo hin ta'in dhumarratti jireenyi kee hadhaa'aa, yaaddoo fi namoota birootiif gammachuu dhugaa osoo ta'in dadhabdee goolabama.

โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”
@
@Jechootahayyoota
Bakka amma jirtu tana irraa yeroo fagaatte. Jireenya bakka haarayatti yeroo jalqabde namoota amma waliin jiraachuu jirtu kana keessaa namni si iyyaafatu, Kan jireenyi akkami ja'ee si gaggaafatu 20% hin guutu.

Tanaafiin nama hunda hiriyyaa hin Sahin hanga isa moggaa jirtu qofa si yaadataa siin jadha.

Hiriyyummaa keessatti nama haala hunda keessatti si waliin jiruuf duursa kanni, qabaataa tahaniis dhabaa yoo tahaniis isaan san yeroo hin jijjiirtuutii atiis isaan waan laafuun hin jijjiirin. Duursa kanniif๐Ÿ‘Œ


Hiriyyummaa qulqulluuโค๏ธ
@OROMOTOO @OROMOTOO
Forwarded from Jarr ๐Ÿ’ค๐Ÿ’Ž
Hin dagannee hin irraanfannee
Seenaa guyyaa kaleessaa
Harma muraa aanolee
Lafee calanqoo tuulee
Calanqoo caliidhaa
Dubbatteen dhagayee
Anooleen owwaattee
Sagaleen ol Ka'ee
Godaannisa qalee
Madaa dhiiga yaa'ee
oromoon falmachuuf
Garayyuu ol Ka'ee
iyyaa iyyaa iyyaa
iyyaa dabarsaa
Gabroonfaa didaa
Hiddaan buqqaasaa
Sabni cunquurfamee
Kaa'aa wali Tumsaa
Forwarded from Jarr ๐Ÿ’ค๐Ÿ’Ž
Suuraa kolonel fiqaduu waakane,General taddessa Birru,Nelson manadela.
Bara 1962.

@OROMOTOO
@OROMOTOO
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA (Be silent.(Imran) โš•๏ธ)
Baga Geessan!โค๏ธ

Eid Al Faxir guyyaa boruu Sanbata Guddaa Ni Kabajama.

Id Al-Fixrii kan bara 1446 ALH/2025 guyyaa boruu ni kabajama.

Maatii Channel keenyaa kanneen Hordoftoota amantaa Islaamaa hundaan baga Ayyaana Iid Alfaxir kan bara 1446ffaa nagaan isin gahe jechaa ayyaanni kun kan Nagaa,kan Jaalalaa fi kan Barakaa akka isiniif tahu hawwina!


Isin Jaallanna! Ayyaana Gaarii!

EID MUBAARAK!!!

@jechootahayyoota   
 @jechootahayyoota
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA
Gaazexeessituttiin Sooressicha gaaffiif deebii waliin gochaa jirti.... Icciitiin milkaa'ina keetii maali? Sooressicha, cheekii duwwaa gaazexeessituttiitti kennee qarshii hamma barbaadde itti barreeffadhu ittiin jedhe! Gaazexeessituttiin, cheekii duwwaa itti deebistee " Lakki ani waan akkasii barbaade osoo hin taane, Icciitii milkaa'ina kee si gaafachuu barbaadeeti" jette. Sooressichi ammas cheekii duwwaa itti deebisee, "Qarshii hamma feete itti barreeffadhu" jedhe. Gaazexeessituttiin lakki hin barbaadu jette.
Sooressichi cheekicha itti agarsiisee, "Icciitiin milkaa'ina koo carraa amma si qunnamee ture akka kee of dabarsuu dhiisuu kooti. Icciitiin milkaa'ina koo carraa na mudatu hundumaa fayyadameeti, amma ati carraa si quunnametti fayyadamte otuu taatee gaazexeessituu soorettii addunyaa keenyaa taata turte. Akka amma ani carraa lama siif kenne addunyaan carraa yeroo lama siif hin kennitu.Carraa sii quunname tokkotti fayyadamuun icciitii milkaa'inaati" jedhe.

Argitee? Carraan yoo itti fayyadamte daqiiqaa muraasa keessatti si jijjiiruu akka dandeessu. Garuu, itti hin fayyadamtu yoo taate faallaa kanaati. Carraa si qun
unnamu yeroofi bakka argattetti fayyadamiin dhaamsa kiyya. Madda: BaalaTsaggooch Andebet 2!. Afaan Amaaraa irraan gara Afaan Oromootti jijjiire.

ยฉ Ifaa G Galataatiin
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
SHARE๐Ÿ”ฅJOIN๐Ÿ”ฅ
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA (Be silent.(Imran) โš•๏ธ)
Jireenya keessatti boqochuu jechuun yaaddoo yeroo hunda harkisuu dhiisuu fi yeroo ammaa hammachuu jechuudha.  Innis waa'ee uumamni sirba akka qabu amanuu fi, atis immoo qaama faaruu bareedaa sanaati.  Namni kamiyyuu eebbi kan malu gocha ykn buโ€™aa baโ€™ii isaa irraa kan kaโ€™e osoo hin taane, waan jiruuf qofa.  Gahumsi hin argamu;  uumamaan kan jirudha.  Gatii ofii beekuudhaan, baayโ€™ina jireenyi isiniif dhiheessuuf of banta.  Imala kee hammadhu, gatii keetti amani, wanti gaariin karaa kee dhufu hundi akka siif malu beeki.

โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”
@Jechootahayyoota
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA (Be silent.(Imran) โš•๏ธ)
Wantoota 7 namoonni negaatiivii sirratti raawwatan.

Isaanis .. 
โ–ชGatii kee xiqqeessu;
โ–ชFakkii kee balleessu
โ–ชMaraatummaatti si oofu!
โ–ชAbjuu kee gatu!
โ–ชYaada kee maqaa balleessu!
โ–ชDandeettii kee  balleessu
โ–ชYaada keessan akka hin amanne si taasisu!

Namoota negaatiivii irraa fagaadhaa!

โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”
@Jechootahayyoota
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA (Be silent.(Imran) โš•๏ธ)
Yaadachiisa :

โœ”๏ธOfiif mul'achuu itti fufi.
โœ”๏ธOgummaa keessoo kee dhaggeeffadhu.
โœ”๏ธSadarkaa anniisaa kee hubadhu & fedhii qaama keetii kabaji.
โœ”๏ธOfii carraaquu, barachuu, guddachuu fi of jaalachuu itti fufi.
โœ”๏ธHanga kana ofitti hin jabaatin.
โœ”๏ธWaan dandeessu hunda gochuu itti fufi, waan dandeessu hundi gaarummaan kee guyyaa guyyaan adda ta'ee akka mul'atu gargaara.

โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”
@Jechootahayyoota
2025/06/25 08:00:51
Back to Top
HTML Embed Code: