Telegram Web
Forwarded from مركز الهدى دعوى سينتر (إن أكرمكم عند الله أتقاكم اللهم إجعلنا من عبادك الصالحين خديجة بنت علي )
اللهـمَّ بلغنا رمضان بقلوبٍ صالحة، تقيّة، نقيّة، مخلصة، تائبة، لك مُحبّة، ولرضاك ساعية، ولجنّتك طالبة، ولطاعتك راغبة، وعن المعاصي عازفة..🌿🌙
Forwarded from مركز الهدى دعوى سينتر (إن أكرمكم عند الله أتقاكم اللهم إجعلنا من عبادك الصالحين خديجة بنت علي )
Ammas Umar bin Al-Khaxxaab irraa odeeffamee [r.a] ni jedhe: ‘Guyyaa tokko odoo nuti Ergamaa Rabbii [s.a.w] bira teenyuu namni tokko kan uffanni isaa akkaan adiifi rifeensi isaa akkaan gurraacha ta’e kan mallattoon imalaa isa irratti hin mul’anneefi nurraa namni tokkollee isa hin beekin tokko dhufee Nabiyyii [s.a.w] bira taa’e. Jilba isaa gara jilba isaaniitti hirkisee ganaa harka isaa sarbaa isaanii irra kaa’ee “yaa Muhammad! Waa’ee Islaamaa irraa natti himi” jedhe. Ergamaan Rabbii [s.a.w] “Islaamni dhugaan gabbaramaan Rabbiin malee akka hin jirre, Muhammad immoo Ergamaa Rabbii akka ta’e ragaa bahuu, salaata sirnaan salaatuu, Zakaa kennuu, Ramadaana soomuu, yoo (Ka’abaa dhaquuf) karaa gara isaa dandeesse manicha hajja’uudha” jedhaniin. ‘Dhugaa jette’ jedheen. Dubbiin isaa nu dinqisiise; gaafatee ka’ee dhugaa jette jedha. ‘Waa’ee Iimaanaa irraas naaf himi’ jedheen. “Rabbiifi maleeykota Isaatti, kitaabota Isaatti, ergamoota Isaatti, guyyaa dhumaatti, qadara (murtii Rabbiitti) gaariis ta’ee hamaatti amanuu dha” jedhaniin. ‘Dhugaa jette” jedheen. ‘Waa’ee Ihsaanaa (toltuu) naaf himi’ jedheen. “Akka waan argituutti Rabbiin gabbaruu dha. Yoo ati Isa arguu baattellee, Inni si arga” jedhaniin. ‘Waa’ee Guyyaa Qiyaamaa naaf himi’ jedheen. “Waa’ee ishee irraa gaafatamaan gaafataa caalaa wanti inni beeku hin jiru” jedhaniin. ‘Waa’ee mallattoowwan ishee naaf himi’ jedheen. “Gabrittiin gooftaa ishee da’uu, hiyyeeyyiin kopheefi uffata hin qabne kan tiksee re’ootaa turan ijaarsa gamoo keessatti kan wal dorgoman arguu keeti” jedhaniin. Ergasii ni deeme. Nutis yeroo hanga ta’e ni turre. Sana booda (Nabiyyiin SAW) “yaa Umar! Namni na gaafataa ture eenyuun akka ta’e beektaa?” naan jedhan. ‘Rabbiifi ergamaa Isaatu beeka’n jedheen. “Inni Jibriil ture. Dhimma amantii (diinii) keessanii isin barsiisuuf isin bira dhufe” naan jedhan. Muslimtu gabaase.

Waan Hadiisicha irraa fudhatamu

1. Muhammad Xiyyoo hiika hadiisa kanaa Riyaada keessatti hike jalatti ni jedhe: Mu’iminoonni bifa ofii isaaniitii wal waamaniin Nabiyyicha [s.a.w] akka hin waamne Rabbiin Qur’aana keessatti dhorgeera. Jibriil Nabiyyii maqaa isaaniitiin kan waame eenyummaa ofii dhoksuuf ta’uutu mala yookiin immoo ajajni Qur’aanaa kun kan maleeykota hin ilaallanne ta’uu danda’a.
2. Iimaana jechuun hundeewwan amantichaa amananii fudhachuu yoo ta’u, Islaamni immoo ajajoota shari’aa raawwachuudha. Lamaanuu yaadmireewwan walitti hidhaa qabu qaban. Iimaanni Islaamaan alatti, Islaamnis iimaanaan alatti fudhatama hin qabu. Iddoon bakka wal bu’anii itti hojjatanis ni jira.
3. Namni Muslimaa kamillee jecha tawhiidaa (shahaadaa) arraba isaatiin jechuu, qalbii isaatiin dhugoomsuufi ergaa isheetti hojjachuu qaba.

4. Gaaffiifi deebii Nabiyyiifi Jibriiliin gidduutti godhame keessatti, sirni mariifi gaafiifi deebiin itti gaggeeffamu, akkasumas tooftaan barataan barsiisaa isaatti ittiin dhihaatu calaqqiseera.
5. Jibriil Nabiyyii [s.a.w] fuuldura taa’uun isaa, iddoo ilmiin itti kennamu kabajuuniifi sirnoota iddoo ilmiitti eegamuu qaban nutti mul’isa.
6. Guyyaanmurtii yoom akka ta’e yeroo isaa Rabbiin eenyuufillee hin ibsine. Garuu guyyaan murtii akka dhihaate kan akeekan mallattooleen baay’een ni jiru. Mallattoolee kanneen keessaa dhufaatiin Iisaafi Dajjaal, dhiyaan bahuun aduufi kkf warreen gugurdoo dha.
7. Wanti ilma namaa jalaa dhokatu hunduu Rabbiin hin dhokatu. Kanaafuu Muslimni Rabbiin guddaan na argaara jedhee amanuu qaba. Akkasumas waan dalagu hunda keessatti Rabbiin bir`achuu qaba.

https://www.tgoop.com/gorsadubartotaa

https://www.tgoop.com/gorsadubartotaa
Forwarded from مركز الهدى دعوى سينتر (إن أكرمكم عند الله أتقاكم اللهم إجعلنا من عبادك الصالحين خديجة بنت علي )
Caalaan nama nama Umrii dheerate Amalli isaa tolee!
Forwarded from مركز الهدى دعوى سينتر (إن أكرمكم عند الله أتقاكم اللهم إجعلنا من عبادك الصالحين خديجة بنت علي )
Abuu Abdillaah Jaabir bin Abdillaah Al-ansaarii irraa odeeffamee R.A ni jedhe: namni wahii Ergamaa Rabbii S.A.W gaafatee ni jedhe: ‘meef naaf himaa! Yeroon salaata dirqamaa shanan salaate, Ramadaana soome, halaalli halaala ta’uu isaa amaneefi haraamnis haraama ta’uu amanee irraa fagaadhee homaa sana irratti dabaluu dhiise jannata nan seenaa? Eeyyee” jedhan. Muslimtu gabaase. Hiikti haraama haraamomsuu jedhu irraa fagaachuudha. Halaala halaalomfachuu jechuun immoo eeyyamamaa ta’uu isaa amananii hojjachuudha.
Forwarded from Kadijaa binti Aliyii (إن أكرمكم عند الله أتقاكم اللهم إجعلنا من عبادك الصالحين خديجة بنت علي )
Ibn Abbaas irraa odeeffamee r.a ni jedhe: Ergamaan Rabbii s.a.w waan Rabbii isaanii ol ta’e irraa odeessan keessatti ni jedhan: “Rabbiin dalagaa gaggaariifi hamtuus barreessee ergasii sana adda baasee ibse. Namni khayrii tokko yaadee odoo hin hojjatin hafe Rabbiin isa biratti khayrii guutuu taasisee isaaf barreessa. Yoo ishee yaadee hojjate immoo Rabbiin ol ta’e isa biratti khayrii kudhanii hanga dachaa dhibba torbaa hanga dachaa baay’ee taasisee barreessa. Yoo hamtuu wahii yaadee odoo ishee hin hojjatin hafe immoo Rabbiin isa biratti khayrii guutuu taasisee barreessa. Yoo ishee yaadee hojjate immoo Rabbiin isa biratti badii tokkittii barreessa Bukhaariifi Muslimtu sahiiha isaanii lamaan keessatti gabaasan. Yaa obboleessa kiyya mee ilaali Rabbiin nuufi sillee gara marartee Rabbii guddaa ta’ee haa waffaquu jechoota kanas bareechii xiinxali. Jechi isaa kan “isa biratti” jedhu xiyyeeffannoo itti kennuu akeeka. Jechi “guutuu taasisee” jedhus jabeessuufi xiyyeeffannoo kennuufii akeeka. Badii ishee namichi yaadee ergasii odoo hin hojjatin dhiise keessatti “Rabbiin isa biratti khayrii guutuu taasisee barreessa” jedhe. ‘Guutuu taasisee’ jechuudhaan ishee jabeesse. Yoo badittii hojjate immoo dilii tokkittii barreessa. Ishee xiqqeessuu keessatti jabeessee “tokkittii” jedhe. ‘Guutuu’ jedhee ishee hin jabeessine. Faaruufi tolli kanuma Rabbiiti. Qulqullina Isaaf malu isa qulqulleessina; faaruu is aas lakkoofnee hin fixnu. Haqa qunnamuun Rabbuma biraayi.

https://www.tgoop.com/Binti_Islama
https://www.tgoop.com/Binti_Islama
https://www.tgoop.com/gorsadubartotaa
https://www.tgoop.com/gorsadubartotaa
Forwarded from Kadijaa binti Aliyii (إن أكرمكم عند الله أتقاكم اللهم إجعلنا من عبادك الصالحين خديجة بنت علي )
Sadaqaan tan firatti sadaqantu caala!

Sadaqaan hundinuu sawaabaa fi waan gaarii tahee osoo jiruu, rahiima maxxanfachuun dabalataan Rabbi biraa mindaa qaba.

Rasuulli ﷺ akkana jedhan:- “Sadaqaan hiyyeessatti sadaqattu sadaqaadha; sadaqaan firatti sadaqattu ammoo waa lama: Sadaqaa fi rahiima maxxanfachuudha”

أَخْبَرَنَا مُحَمَّدُ بْنُ عَبْدِ الأَعْلَى، قَالَ حَدَّثَنَا خَالِدٌ، قَالَ حَدَّثَنَا ابْنُ عَوْنٍ، عَنْ حَفْصَةَ، عَنْ أُمِّ الرَّائِحِ، عَنْ سَلْمَانَ بْنِ عَامِرٍ، عَنِ النَّبِيِّ صلى الله عليه وسلم قَالَ ‏ "‏ إِنَّ الصَّدَقَةَ عَلَى الْمِسْكِينِ صَدَقَةٌ وَعَلَى ذِي الرَّحِمِ اثْنَتَانِ صَدَقَةٌ وَصِلَةٌ ‏"‏ ‏.

Sunan an-Nasa'i 2582

Kanaafuu dura fira gargaaruutu irra caala. Hunda kheysatti iklaasa nuuf haa kennu.
https://www.tgoop.com/gorsadubartotaa
https://www.tgoop.com/Binti_Islama
Forwarded from Kadijaa binti Aliyii (إن أكرمكم عند الله أتقاكم اللهم إجعلنا من عبادك الصالحين خديجة بنت علي )
: {يَا أَيهَا الَّذين آمنُوا كتب عَلَيْكُم الصّيام كَمَا كتب على الَّذين من قبلكُمْ لَعَلَّكُمْ تَتَّقُون}.

عباد الله: إن اللهَ عزَّ وجلَّ جعلَ شهرَ رمضانَ مضماراً لخلقِه؛ يستبقون فيه لطاعتِه، فسَبَقَ قومٌ ففازوا، وتخلفَ أقوامٌ فخابوا، قَالَ ﷺ: «إِنَّ هَذَا الشَّهْرَ قَدْ حَضَرَكُمْ وَفِيهِ لَيْلَةٌ خَيْرٌ مَنْ أَلْفِ شَهْرٍ مَنْ حُرِمَهَا فَقَدْ حُرِمَ الْخَيْرَ كُلَّهُ وَلَا يُحْرَمُ خَيْرَهَا إِلَّا كلُ محروم».
كان مِنْ هَدْيِهِ ﷺ فِي شهرِ رمضانَ الإكثارُ من أنواعِ العبادة، وكان جبريلُ يدارسُهُ القرآنَ في رمضان، وكان يُكْثِرُ فِيهِ مِنَ الصَّدَقَةِ وَالْإِحْسَانِ، وَتِلَاوَةِ الْقُرْآنِ، والصلاةِ، والذكرِ، والاعتكاف، وكان يخصّهُ من العبادات بما لا يخصُ به غيرَه، وكان يتسحّرُ ويحثُ عليه ويؤخرُه ويرغبُ في تأخيره، وَكَانَ يُعَجِّلُ الفطر، ويحثُ عليه، وكان يحضُ على الفطرِ على التمر، فمن لم يجد فعلى الماء. وَنَهَى الصَّائِمَ عَنِ الرَّفَثِ وَالصَّخَبِ وَالسِّبَابِ، وَجَوَابِ السباب، وأمرَه أن يقولَ لمن سابَّه: إني صائم، وكان من هديه إسقاطُ القضاءِ عمن أكلَ أو شربَ ناسياً، وأن اللهَ هو الذي أطعمَهُ وسقاه، وَصَحَّ عَنْهُ ﷺ أنهُ يستاكُ وهو صائم، وكان يصبُ على رأسه الماءَ وَهُوَ صَائِمٌ، وَكَانَ يَتَمَضْمَضُ وَيَسْتَنْشِقُ وَهُوَ صَائِمٌ، ومنعَ الصائمَ من المبالغةِ في الاستنشاق.
وكَانَ ﷺ يُرَغِّبُ في قِيَامِ رَمَضَانَ مِنْ غَيْرِ أَنْ يَأمُرَهُمْ فِيهِ بِعَزِيمَةٍ، فيقولُ: «مَنْ قَامَ رَمَضَانَ إيمَانًا وَاحْتِسَابًا غُفِرَ لَهُ مَا تَقَدَّمَ مِنْ ذَنْبِهِ»" وقال : «إِنَّهُ مَنْ قَامَ مَعَ الإِمَامَ حَتَّى يَنْصَرِفَ كُتِبَ لَهُ قِيَامُ لَيْلِة».
Forwarded from Kadijaa binti Aliyii (إن أكرمكم عند الله أتقاكم اللهم إجعلنا من عبادك الصالحين خديجة بنت علي )
Sadaqaan cufa caaltu nama lama ka wal dhabee walitti Araarsuu dha.
Forwarded from Kadijaa binti Aliyii (إن أكرمكم عند الله أتقاكم اللهم إجعلنا من عبادك الصالحين خديجة بنت علي )
Haqi muslimii muslima irraa qabu jahaa.
1.Yoo Fuula keessa dhufee nagaa gaafachuu
2.Yoo inni yaame owwaachuufi
3.Yoo inni tola irraa barbaade tola ooluufii
4.Yoo inni Haxxifatee Alhamdullilah jedhee Ya Rahmuka Allaah jechuunii
5.Yoo inni dhukkubsate gaafachuu
6.Yoo inni du'ee gaggeessitee Awwaalu.
Warra haqa walii guutu Rabbiin nu haa taasisuu!
Forwarded from مركز الهدى دعوى سينتر (إن أكرمكم عند الله أتقاكم اللهم إجعلنا من عبادك الصالحين خديجة بنت علي )
Rassuul keenya akkana jedhan Ummatni hundinuu waan ittin qoraman qaban; ummatni kiyyaa wanti ittiin qoraman qabeenyaadha. (صلى الله عليه وسلم )
https://www.tgoop.com/gorsadubartotaa
https://www.tgoop.com/gorsadubartotaa
Forwarded from Kadijaa binti Aliyii (إن أكرمكم عند الله أتقاكم اللهم إجعلنا من عبادك الصالحين خديجة بنت علي )
Yaa deemsa adduniya jalqaba duyda abbaaa keennarraa eegalee garaa gara garaa haadha teennaa garaadhaadhaa irraa duyda dachii duyda dachii irraa gara garaa dachii deemna garaa dachii irra gara wal geettii guyyaa qiyaamaa deemna
الرحال

تبدأ من ظهر الأب الى بطن الأم

ومن بطن الأم إلى ظهر الأرض

ومن ظهر الأرض إلى بطن الأرض

من بطن الأرض إلى يوم العروض
الرحال

إما إلى الجنة
وإما إلى النار

شيئان يحزنان

رجل لم يدخل المسجد
إلا في جنازته

وإمرأة لم تستر نفسها إلا في كفنها

﴿بل تؤثرون الحياة الدنيا﴾

اللهم إنا نسألك حسن الخاتمة
اللهم اسعدنا يا الله في الدنيا والاخرة وجميع من نحب
كلام يحزن القلب على زمن تحضر الناس فيه في الدنيا
اللهم ردنا إليك رداََ جميلا..
جعلنا الله وإياكم من الصالحين
https://www.tgoop.com/Binti_Islama
Forwarded from إن أكرمكم عند الله أتقاكم اللهم إجعلنا من عبادك الصالحين خديجة بنت علي ❤
Forwarded from إن أكرمكم عند الله أتقاكم اللهم إجعلنا من عبادك الصالحين خديجة بنت علي ❤
WALALOO SHURUXAA SALAATAA 9'n

# Sharxiiwwan Salaataa
Tan dura guuttamtuu
Isiin waa Sagalii
Takka hafuun Taatuu
Tan Duraa dhagahii
Wanta Isiin jettuu
Muslimaa Tahuudha
Namtichaan Salaatuu
Lammeeysaan Tahuudha
Qalbiin isaa guutuu

Joollummaarraa Behee
Waa Addaan Baafachuu
Hadasa Deemsisee
Wuduu'a Tolfachuu

Najisarraa Xahaaramuu
Qaamni isaadhaatii
Uffataafii Ammaas
Iddoon Salaataatii

Jahaffaan Uffataan
Qaamasaa dhooysuudhaa
Yeroon isaas gahuu
Mirkaneeffachuudhaa

Gama Qiblaa Ka'abaa
Fuula isaa Naannessaa
Qalbitti Niyyaa Godhuu
Tanaatu Sagleessaa

https://chat.whatsapp.com/J46Qy11a41h4WGzhwNu9Sm
ChatGPT 4o is the latest model from OpenAI, designed to provide GPT-4-level intelligence while being faster, more efficient, and cost-effective. It features enhanced capabilities in text, voice, and vision, making it superior at tasks such as understanding and discussing images, translating text from images, and providing detailed information about the content of photos [[❞]](https://openai.com/index/gpt-4o-and-more-tools-to-chatgpt-free/) [[❞]](https://beebom.com/how-use-chatgpt-4o/).

Some key improvements with GPT-4o include:
- Speed and Efficiency: GPT-4o is twice as fast as GPT-4 Turbo and 50% cheaper [[❞]](https://help.openai.com/en/articles/7102672-how-can-i-access-gpt-4-gpt-4-turbo-and-gpt-4o).
- Vision Capabilities: It has advanced image processing abilities, making it excellent for tasks that involve analyzing and understanding visual content [[❞]](https://help.openai.com/en/articles/7102672-how-can-i-access-gpt-4-gpt-4-turbo-and-gpt-4o).
- Multilingual Support: Enhanced support for non-English languages, improving its usability globally [[❞]](https://openai.com/index/gpt-4o-and-more-tools-to-chatgpt-free/) [[❞]](https://help.openai.com/en/articles/7102672-how-can-i-access-gpt-4-gpt-4-turbo-and-gpt-4o).

GPT-4o is available across different OpenAI platforms including ChatGPT Free, Plus, Team, and Enterprise plans. Free tier users have limited access with a cap on the number of messages they can send using GPT-4o, while paid users have higher usage limits [[❞]](https://help.openai.com/en/articles/7102672-how-can-i-access-gpt-4-gpt-4-turbo-and-gpt-4o) [[❞]](https://beebom.com/how-use-chatgpt-4o/). Additionally, GPT-4o can be accessed through the OpenAI Playground for testing and development purposes [[❞]](https://beebom.com/how-use-chatgpt-4o/).

This new model aims to make advanced AI more accessible and useful for a wide range of applications, from everyday inquiries to complex data analysis and real-time interactions.
2024/06/07 09:38:56
Back to Top
HTML Embed Code:


Fatal error: Uncaught Error: Call to undefined function pop() in /var/www/tgoop/chat.php:243 Stack trace: #0 /var/www/tgoop/route.php(43): include_once() #1 {main} thrown in /var/www/tgoop/chat.php on line 243