Telegram Web
𝑨𝒔𝒔𝒂𝒍𝒂𝒂𝒎𝒖 𝑨𝒍𝒂𝒚𝒊𝒌𝒖𝒎 𝑾𝒐𝒓𝒂𝒉𝒎𝒂𝒕𝒖𝒍𝒍𝒂𝒂𝒉𝒊 𝑾𝒐𝒃𝒂𝒓𝒂𝒌𝒂𝒂𝒕𝒖𝒉𝒖𝒖

𝐆𝐚𝐚𝐟𝐟𝐢𝐢 𝐀𝐫𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐆𝐚𝐝𝐢𝐢 𝐈𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐇𝐢𝐫𝐦𝐚𝐚𝐝𝐡𝐚𝐚!!

𝑌𝑒𝑟𝑜𝑜 𝐽𝑎𝑙𝑞𝑎𝑏𝑎𝑎𝑡𝑖𝑖𝑓 𝐾𝑎𝑟𝑎𝑎 𝑅𝑎𝑏𝑏𝑖𝑖 𝐾𝑒𝑒𝑠𝑠𝑎𝑡𝑡𝑖 𝑁𝑎𝑚𝑛𝑖 𝑋𝑖𝑦𝑦𝑎 𝐷𝑎𝑟𝑏𝑎𝑡𝑒 𝐸𝑒𝑛𝑦𝑢𝑢?
Forwarded from Spider Media
Innaa lillaahi wa'innaa ilayhii raaji'uun

Imaamni masjiida osoo salaachisanii masjiidaa ba'aa jiranii ajje*efaman

Spider Media : Zulqaida 10/1445
Jiddugaleessaa Gondar Aanaa Daambiyaa ganda Ayenbaatti imaama masjiida kan ta'an Sheyik Siraaj salaata maghriibaa salaachisanii osoo ba'aa jiranii hidhattootaan bifa suukaneessaan aj*jee-famuu manni maree dhimmoota Islaamummaa naannoo Amaaraa beeksiseera.

Sheyik Siraaj hanga har'a wareegamanitti darasoota waggoottan dheeraaf masjiidichatti barsiisaa kan turan yoo ta'u manguddoo biyyaa jaarsa araaraati jedhan barreessan majlisa naannichaa.

Nu hordofaa:
YouTube https://youtube.com/@Spidermedia1
Facebook https://www.facebook.com/SpiderMedia01
Telegram channel https://www.tgoop.com/spidermediaa
Tik Tok https://www.tiktok.com/@spidermultimedia?_t=8bvc1u3btiv&_r=1
WhatsApp
https://whatsapp.com/channel/0029VaAgkUd8fewqlY5Jlb3I
Umma Life https://ummalife.com/Spidermedia
>#SpiderMedia
طالب رضي الله-የአሏህን ውዴታ ፈላጊ:
HAQA HAADHAA
••••••••••••••••••

Namni Saaliha Tahe Tokko Waa'ee Haqa Haadhaa Gaafatamee Yommuu Deebisu Akkana Jechuun Gorsa Kennee Jira;

1. Sagalee kee sagalee ishee irra ol kaaftee hin haasawiniin
2. Mormii hin barbaachifne hin morminiin
3. Osoo isheen dubbattee hin xumurin hin dubbatin
4. Maqaa isheetiin ishee hin yaaminiin
5. Hirriba ishee osoo hin xumuratin ishee hin dammaqsiniin
6. Sababa yoo qabaatte malee ishee dursitee hin socho'in
7. Akkuma gabrichi Rabbii Rabbii isaatiif of gadi qabu sana atis golga of gadi qabiinsaa kee gadi qabiif
8. Osoo si yaamtee hin xumurin "Yaa" jechuun dafii jalaa awwaadhu
9. Manaa baatee alatti jalaa hin turin qalbiin ishee ni rifattiiti

10. Yommuu ishee ilaaltu ija itti hin bobaasin
11. Haasawa kan keetiin itti hin jabaatin
12. Yommuu siin loltu ati garuu hin lolin
13. Haasawa ishee hin tuffatin
14. Yommuu dhiphatteenii agartuun mari'adhuun
15. Yommuu rakkatte itti dhihaadhuu qarqaariin
16. Yommuu dhukkubsatte ishee yaalchisiin
17. Yoo daaromte daara ishee baasi
18. Dhimma ishee hunda dhimma kooti jedhi
19. Yaadaa fii karoora ishee qoodami
20. Rahimoota isheetti hidhami

21. Jaallota ishee jaaladhuuf
22. Abaarsa ishee irraa of eeggadhu
23. Ishee mufachiisuu irraa fagaadhu
24. Suuta jedhi ishee hubachiisi
25. Haasawaa fii haala ishee hubatuu dandeessuun isheen haasawi
26. Du'aa'ii ishee barbaadadhu
27. Eebba ishee irratti wal dorgomi
28. Kaayyoo kan kee hin dhoksiniin
29. Osoo isheen hin teenye dursitee hin taa'in
30. Salaata hunda irratti du'aa'iin ishee hin irraanfatin

Harmee koo Rabbiin teessoo kee jannata haa godhu! #Aamiin jedhi

Qur'aana, Hadiisa, Gorsaa Adda Addaa. Irraa Haa Baraatuu Odeyfaano Qabsoo Hawaas Muslimaa Hordofuu Yoo Barabaddee page tana like godhii.
https://www.tgoop.com/islamicknowledgeforallhumanbeing

▪️🍃.

ሕይወት በጀነት

 ቅዱስ ቁርአን ጀነት ውስጥ ያሉ ሰዎች ወንድሞቻቸውንና የቅርብ ዘመዶቻቸውን እንደሚገናኙ ይገልፃል ።

مُّتَّكِئِينَ فِيهَا عَلَى الْأَرَائِكِ ۖ لَا يَرَوْنَ فِيهَا شَمْسًا وَلَا زَمْهَرِيرًا
በውስጧ በባለ አጎበር አልጋዎች ላይ ተደጋፊዎች በውስጧ ፀሐይንም ጨረቃንም የማያዩ ሲኾኑ፡፡
وَدَانِيَةً عَلَيْهِمْ ظِلَالُهَا وَذُلِّلَتْ قُطُوفُهَا تَذْلِيلًا
ዛፎችዋም በእነርሱ ላይ የቀረበች፣ ፍሬዎችዋም (ለለቃሚዎች) መግገራትን የተገራች ስትኾን (ገነትን መነዳቸው)፡፡
(አል_ኢንሳን 1⃣3⃣1⃣4⃣)
هُمْ وَأَزْوَاجُهُمْ فِي ظِلَالٍ عَلَى الْأَرَائِكِ مُتَّكِئُونَ
እነርሱም ሚስቶቻቸውም በጥላዎች ውስጥ ናቸው፡፡ ባለ አጎበር አልጋዎች ላይ ተደጋፊዎች ናቸው፡፡
(ያሲን 5⃣6⃣)
وَالَّذِينَ آمَنُوا وَاتَّبَعَتْهُمْ ذُرِّيَّتُهُم بِإِيمَانٍ أَلْحَقْنَا بِهِمْ ذُرِّيَّتَهُمْ وَمَا أَلَتْنَاهُم مِّنْ عَمَلِهِم مِّن شَيْءٍ ۚ كُلُّ امْرِئٍ بِمَا كَسَبَ رَهِينٌ
እነዚያም ያመኑትና ዝርያቸውም በእምነት የተከተለቻቸው ዝርያቸውን በእነርሱ እናስጠጋለን፡፡ ከሥራቸውም ምንም አናጎድልባቸውም፡፡ ሰው ሁሉ በሠራው ሥራ ተያዢ ነው፡፡
(አጥ_ጡር 2⃣1⃣)
 ሲገናኙ ሞቅ ባለ ሁኔታና በንፁህ ልብ ነው ፦
وَنَزَعْنَا مَا فِي صُدُورِهِم مِّنْ غِلٍّ تَجْرِي مِن تَحْتِهِمُ الْأَنْهَارُ ۖ وَقَالُوا الْحَمْدُ لِلَّهِ الَّذِي هَدَانَا لِهَٰذَا وَمَا كُنَّا لِنَهْتَدِيَ لَوْلَا أَنْ هَدَانَا اللَّهُ ۖ لَقَدْ جَاءَتْ رُسُلُ رَبِّنَا بِالْحَقِّ ۖ وَنُودُوا أَن تِلْكُمُ الْجَنَّةُ أُورِثْتُمُوهَا بِمَا كُنتُمْ تَعْمَلُونَ
በደረቶቻቸው ውስጥ ያለውንም ጥላቻ እናስወግዳለን፡፡ ወንዞች በሥሮቻቸው ይፈሳሉ፡፡ «ለዚያም ወደዚህ (ላደረሰን ሥራ) ለመራን አላህ ምስጋና ይገባው፡፡ አላህ ባልመራንም ኖሮ አንመራም ነበር፡፡ የጌታችን መልክተኞች በእውነት ላይ ሲኾኑ በእርግጥ መጥተውልናል» ይላሉ፡፡ ይህች ገነት ትሠሩት በነበራችሁት ተሰጣችኋት በማለት ይጠራሉ፡፡
(አል_አዕራፍ 4⃣3⃣)
وَنَزَعْنَا مَا فِي صُدُورِهِم مِّنْ غِلٍّ إِخْوَانًا عَلَىٰ سُرُرٍ مُّتَقَابِلِينَ
«ባልጋዎችም ላይ ፊት ለፊት የሚቅጣጩ ወንድማማቾች ኾነው በደረቶቻቸው ውስጥ ከቂም ያለውን ሁሉ እናስወግዳለን፡፡
(አል_ሒጅር 4⃣7⃣)
مُتَّكِئِينَ عَلَىٰ فُرُشٍ بَطَائِنُهَا مِنْ إِسْتَبْرَقٍ ۚ وَجَنَى الْجَنَّتَيْنِ دَانٍ
የውስጥ ጉስጉሳቸው ከወፍራም ሐር በኾኑ ምንጣፎች ላይ የተመቻቹ ሲኾኑ (ይንፈላሰሳሉ)፡፡ የሁለቱም ገነቶች ፍሬ (ለለቃሚ) ቅርብ ነው፡፡
(አር_ረህማን 5⃣4⃣)
۞ وَيَطُوفُ عَلَيْهِمْ غِلْمَانٌ لَّهُمْ كَأَنَّهُمْ لُؤْلُؤٌ مَّكْنُونٌ
ለነርሱም የኾኑ ወጣቶች ልክ የተሸፈነ ሉል መስለው በእነርሱ ላይ (ለማሳለፍ) ይዘዋወራሉ፡፡
(አጥ_ጡር 2⃣4⃣)
يَدْعُونَ فِيهَا بِكُلِّ فَاكِهَةٍ آمِنِينَ
በእርሷም ውስጥ የተማመኑ ኾነው፤ ከፍራፍሬ ሁሉ ያዝዛሉ፡፡
(አድ_ዱኻን 5⃣5⃣)
Lammiileen kumni 1 fi 147 Saa'uud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi'an

Spider Media :  Zulqaida 10/1445
Lammiileen Saa'uud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 147 har'a balalliiwwan sadiin gara biyyaa deebi'aniiru.

Ebla 4, 2016 eegalee hanga ammaatti lammiileen kumni 25 fi 800 gara biyyaa deebi'uu ragaan Ministeera Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaarraa argame ni mul'isa.
Baankiin Raammis Mana Maree Dhimmoota Islaamummaa Oromiyaa waliin waliigaltee mallatteesse.
@Sammaan
GORSA IMAAM IBNUL QAYYIM AL-JOOWZII IRRAA
=====================================

💢Waa afur qaama nama laaffiftee akka dafanii
dullooman nama gooti :

1: Haasawa hedduu
2: Hirriba hedduu
3: Nyaata hedduu
4: Qunnamtii saalaa daanga taree

💢Waa afur qaama nama diiyde akka dhukubaaf
saaxilaman nama gooti jechuudha.

1: Yaaddawuu
2: Gadduu
3: Beela
4: Gurzaa(qaaxira) heddumeessu

💢Waa afur qaama goggoysitee bareeduma nafarraa fuute.

1: Kijiba
2: Falmii hintaane falmu.
3: Gaafii hintaane gaafatu beekkomsaan maletti
4. Haqa dabuu heddumeessu

💢Waa afur qaama keessatti bareedumaafi nuura
idaati.

1: Sodaa Rabbi
2: Baallama guutuu
3: Arjummaa
4: Kabajaa

💢qabaachuu(haala toluu) Waa afur sababaa rizqii nama fiduu taati

1: Halkan yeroo namni rafe san salaatuu
2: Yeroo bariisaa araarama Rabbi kadhachuu
3: Yero mara sadaqaa kennachuu
4: Ganamaafii galgala

💢Rabbi zakkaruu(S.W.)
Waa afur sababaa rizqii nama irra dhoorguu taha

1: Ganama rafuu
2: Salaata laaffisuu
3: Ceem,uu(hifachuu)
4: Nama ganuu...

Rabbi irraa nuhaa baraaru! Amiiin amiiin

Jazaakallaah keyral jazaa Abu Huzeyfa.
𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀

𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐𝒇𝒊𝒊 𝑩𝒂𝒔𝒉𝒂𝒏𝒏𝒂𝒏𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑱𝒐𝒊𝒏 𝑮𝒐𝒅𝒉𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝑵𝒖 𝑯𝒐𝒓𝒅𝒐𝒇𝒂𝒂.

𝐇𝐮𝐛𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐬𝐚: 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒊𝒊 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 3𝑲 𝒇𝒊 𝑰𝒔𝒂𝒂 𝑾𝒐𝒍𝒊𝒊𝒏 𝑲𝒂𝒏 𝑯𝒐𝒋𝒋𝒂𝒏𝒏𝒖 𝑻𝒂'𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑵𝒂𝒎𝒏𝒊 𝑵𝒖𝒕𝒕𝒊 𝑫𝒂𝒃𝒂𝒍𝒂𝒎𝒖𝒖 𝑭𝒆𝒆𝒕𝒂𝒏 𝑨𝒔𝒊𝒊𝒏 𝑵𝒖 𝑸𝒖𝒏𝒏𝒂𝒎𝒂𝒂

𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐀𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨 𝐐𝐨𝐟𝐚 3𝐊+
𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐞𝐫: @Rafiiqul_Islaam2
Gurbaan tokko akkana jedhe: Sufyaan bin Uyaynaan waliin deemaa osoon jiruu kadhataan tokko itti dhuftee waan kennu dhabee booye, kanaaf anis akkana jedhe: Yaa Abuu Muhammad maaltu si boochise?  Innis akkana jedhe: Namni waan gaarii sirraa abdatee isa hin arganne caalaa balaan maali? Jedhee.
T.me/Sammaan
👉Arjummaa Kee Nama Afur Irraa Hin Murin!!!

1:Haadha Manaa Tee
2: Joollee Tee
3: Fira Kee
4: Hiriyaa Kee

👉Nama Afur Hin Aarsin

1: Ulamaa’ii
2: Barsiisoota
3: Manguddoo
4: Warra Rabbi Sodaatu Hunda

👉Waa Afur Hin Dhiisin

1: Salaata Salaatuu
2: Qur’aana Qara’uu
3: Zikrii Godhuu Heddummeessuu
4: Rahima Kee Maxxanfachuu

👉Waa Afur Amala Hin Godhatin

1: Oftuulummaa
2: Daguu
3: Haasidummaa
4: Hinaaffaa

👉Waa Afuriin Faayami

1: Obsa
2: Beekkumsa
3: Arjummaa
4: Naamusa

👉Waa Afur Irraa Fagaadhu

1: Sheeyxaana Jala Deemuu
2: Nafsiyyaa Ofii Jala Deemuu
3: Fedhii Ofii Jala Deemuu
4: Hiriya Badaa Jala Deemuu

👉Yaa Rabbi Toltuu Hunda Nutti Qabii Waan Hamtuu Taate Hunda Nurraa Qabi.

Barreeffama Kana Dubbisaa Share Waliif Godhaa. 👉 Let the copy be left

https://www.tgoop.com/Keyralumma
https://www.tgoop.com/Sammaan
Forwarded from Jechoota Gaggaarii️️
Pirezidaantii Iraan balaan mudate..!!

Xiyyaarri Pirezidaantii Iraan Ibraahim Ra'iisii ittiin imalan rakkinni mudachuun osoo lafa hin qubatiin qilleensa irratti hafuun gabaafame. Pirezidaantichi daawwii hojiif gara Azarbaajaan imalanii osoo gara biyyaatti deebi'aa jiranii rakkoo qilleensaa guddaa mudateen xiyyaarri isaan ittiin imalaa jiran lafa qubachuu dadhabuu isaatiin lubbuu Pirezidaantichaaf sodaatamee jira.

Akka TVn Pireesi Iraan gabaasetti hojjattoonni baraartota lubbuu gama sanatti bobbaafamanii kan jiran yoo ta'u bakka rakkoon mudate kana bira gahuuf yaalaa haa jiraatan malee qilleensi duumessaan makame haalaan isaan rakkisaa jiraachuu ifoomsee jira. Jiilli Pirezidaantii Iraan Ibraahim Ra'iisii n durfamu eebba Piroojektii guddaa Azarbaajaan irratti hirmaachuuf Xiyyaara 3n kan imalan yoo ta'u Xiyyaaronni 2 nagaan Iraan magaalaa Tehran qaqqabanis Xiyyaarri Pirezidaantii fe'atee jiru balaa kanaaf saaxilamee jira.

Odeessaalee keenya hordofaa Share godhaa qoodaa
Telegram:- https://www.tgoop.com/JechotaGaggaarii
Forwarded from Jechoota Gaggaarii️️
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
#Update

Haalli qilleensaa duumessaan makame Xiyyaara Pirezidaantii Iraan Ibraahim Ra'iisii fi ministeeronni Iraan keessa jiran arganii akka hin baraarreef isaan ijibbaachisaa jira! Naannawaan sun duumessaan haguugamee jira.

Hanga ammaatti Xiyyaarri Pirezidaantii Iraan eessa akka jiruu fi Pirezidaantiin Ibraahim Ra'iisii maalirra akka jiran wanti beekame hin jiru.

Biyyi Rippaablika Islaamaa guddittiin Iraan dhiphina keessa jirti, ummanni ishee Masjiida keessa hiriiruun kadhannaa taasisuu irratti argamu.

Odeessaalee keenya hordofaa, Share gochuun hiriyoota keessaniif qoodaa.

Telegram:- https://www.tgoop.com/JechotaGaggaarii
Forwarded from Jechoota Gaggaarii️️
#Update

Gareen Urjii Diimaa Iraan bakka balaan mudate qaqqabee jira! Turkiin balaa kana keessaa Pirezidaantii Ibraahim Ra'iisii fi waahillan isaa baraaruuf Iraan faana tumsa taasisaa jirti! Raashiyaan hojjettoota balaa tasaa ishee garasitti erguuf qophii dha jettee jirti.

Bakki balaan kun mudate duumessaan kan haguugame ta'uu isaatiin haaluma kamiinuu hojjettoonni balaa tasaa bakkicha qaqqabanii jiru jedhamee jira.

Odeessaalee keenya hordofaa, Share gochuun hiriyoota keessaniif qoodaa.

Telegram:- https://www.tgoop.com/JechotaGaggaarii
Forwarded from Jechoota Gaggaarii️️
Pirezidaantiin Raashiyaa Vilaadimir Puutiin deeggarsa Iraaniif Jeettilee ammayyawoo 2 fi hojjettoonni balaa tasaa 50 akka bakkicha deeman ajajuu itti-aanaan Pirezidaantichaa beeksise jira.


Telegram:- https://www.tgoop.com/JechotaGaggaarii
Forwarded from Jechoota Gaggaarii️️
Hojjettoonni balaa tasaa Raashiyaa 50 fi Jeettileen ishee bakkicha qubatanii jiru, Turkiin hojjettoota ishee sa'aatiiwwan muraasa dura ergitee hojiitti seentee jirti.

Iddoo balaa sana bira gahuuf Iskuwer Kiilomeetira 2 qofa kan hafe yoo ta'u Oduun gammachuus ta'e oduun gaddaa dhaga'amuuf yeroon isaa dhihaachaa jira.


Odeessaalee keenya hordofaa, Share gochuun hiriyoota keessaniif qoodaa.

Telegram:- https://www.tgoop.com/JechotaGaggaarii
#Salaanni_Fajrii...
Ifaa fuulaati, Barakaa rizqiiti, Tasgabbii sammuuti, Furtuu keeyriiti, Deemsistuu yaaddooti...
"Namni Salaata Fajrii salaate tika rabbii keessa Jira"
[Nabi Muhammad ﷺ ]

Salaata Fajrii jama'aan salaatu rabbiin nuuf haa laaffisu

Fares Muhammed
Forwarded from Jechoota Gaggaarii️️
Innaa lillaahi wa innaa ileyhi raaji'un...!

Oduu Gaddaa.

Xiyyaara tokkoon imalaa kan turan Pirezidaantii Iraan Ibraahim Ra'iisii dabalatee Ministeerri Haajaa alaa Iraan Amiir Abdullahi, Bulchaa Baha Azarbaajaan Maliik Rahamati, Imaama Baha Azarbaajaan Imaam Muhammad Alii Al-Haashimi fi namoonni Xiyyaara sana keessa turan hundi isaanii lubbuun isaanii darbuu mirkanaa'ee jira.

Iraan seenaa ishee keessatti gadda ulfaataa akka kanaa keessummeessitee kan hin beekne yoo ta'u taateen kun guddittii Iraan gadda ulfaataaf kaadhimee jira.


Odeessaalee keenya hordofaa, Share gochuun hiriyoota keessaniif qoodaa.

Telegram:- https://www.tgoop.com/JechotaGaggaarii
2024/05/20 06:08:30
Back to Top
HTML Embed Code:


Fatal error: Uncaught Error: Call to undefined function pop() in /var/www/tgoop/chat.php:243 Stack trace: #0 /var/www/tgoop/route.php(43): include_once() #1 {main} thrown in /var/www/tgoop/chat.php on line 243