Telegram Web
Waraana Gaazaa keessatti gaggeeffamaa jiru mormuun hiriirri US keessatti gaggeeffamaa jiru yuniversitiiwwan Kolombiyaa fi Yale keessatti akkaan hammaateera.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Okdq60Y
Forwarded from Turullee Dhugatu Mo'ata
#Magaalaa_Alii

#Godina_Baalee, #Magaalaa_Aliitti, Markaza Daaral Hijrateeyni, #Guyyaa 24/04/2024 or 16/08/2016tti, Urjii Rabbiin Oromiyaa keenna badhaase, kan dhaloota xurree hundaan qaruun (Diinii fi Baruumsa Idilee), barsiisuun seenaa biyya keenna keessatti asiin dura hin argaminiif hin beekkamne hojjachuun dhaloota xurree hundaan qaroome qaree baasuun beekkamu Shek Qamar ziyaaruun, Sagantaan leenjii  #Islaamummaan #Addunyaaf jedhu turtii sa'aa sadii (3) kennuun, gammachuu guddaan du'aa'ii Hayyuu keennaa Shek Qamar fudhachuun milkiidhaan goolabnee, gara magaalaa birootti imallee jirraa. Imalli keenna kan Baalee akka milkii guddaa ta'u du'aa'ii keessaniin nu faanaa jiraadhaa. Hawaasa keenna kan rafe hunda Rabbiin nuuf haa dammaqsuu. Amiiiin


https://www.tgoop.com/Xaaliburidallah
๐Ž๐ƒ๐”๐” ๐†๐€๐Œ๐Œ๐€๐‚๐‡๐ˆ๐ˆ๐’๐€๐€!!

๐€๐ฆ๐ฆ๐š๐š๐ง ๐ƒ๐ฎ๐ซ๐š  ๐‘๐š๐ค๐ค๐จ๐จ ๐“๐ž๐ค๐ง๐จ๐จ๐ฅ๐จ๐จ๐ฃ๐ข๐ข๐ญ๐ข๐ข๐ง ๐‡๐ž๐๐๐ฎ๐ฎ ๐‘๐š๐ค๐ค๐š๐ญ๐ญ๐ž๐ž ๐๐ข ๐๐ž๐ž๐ค๐ญ๐š๐šโ‰๏ธ

๐‘น๐’‚๐’Œ๐’Œ๐’๐’๐’ ๐‘ฒ๐’‚๐’๐’‚ ๐‘ญ๐’–๐’“๐’–๐’–๐’…๐’‰๐’‚๐’‚๐’‡ ๐‘จ๐’‡๐’‚๐’‚๐’ ๐‘ถ๐’“๐’๐’Ž๐’๐’๐’•๐’Š๐’Š๐’ ๐‘ฐ๐’”๐’Š๐’ ๐‘ป๐’‚๐’‹๐’‚๐’‚๐’‹๐’Š๐’๐’–๐’–๐’…๐’‰๐’‚๐’‚๐’‡ ๐‘ธ๐’๐’‘๐’‰๐’๐’๐’‡๐’๐’†๐’† ๐‘ซ๐’‰๐’–๐’‡๐’๐’†๐’† ๐‘ฑ๐’Š๐’“๐’“๐’‚๐’‚ ๐‘ฒ๐’‚๐’๐’‚๐’‚๐’‡๐’–๐’– ๐‘ฑ๐’๐’Š๐’ ๐‘ฎ๐’๐’„๐’‰๐’–๐’–๐’…๐’‰๐’‚๐’‚๐’ ๐‘ต๐’– ๐‘ฏ๐’๐’“๐’…๐’๐’‡๐’‚๐’‚

โœ… ๐Ž๐๐ž๐ž๐Ÿ๐Ÿ๐š๐ง๐ง๐จ๐จ ๐“๐ž๐ค๐ง๐จ๐จ๐ฅ๐จ๐จ๐ฃ๐ข๐ข ๐‡๐š๐š๐ซ๐š๐š ๐Ÿ๐ข๐ข ๐€๐ค๐ค๐š๐š๐ญ๐š๐š ๐ˆ๐ญ๐ญ๐ข ๐…๐š๐ฒ๐ฒ๐š๐๐š๐ฆ๐š ๐ˆ๐ฌ๐š๐š ๐€๐ซ๐ ๐š๐œ๐ก๐ฎ๐ฎ๐Ÿ ๐‚๐ก๐š๐ง๐ง๐ž๐ฅ ๐Š๐ž๐ž๐ง๐ฒ๐š ๐‡๐จ๐ซ๐๐จ๐Ÿ๐š๐š!!!

Ads: ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://www.tgoop.com/+6yGiMXEw3Nk1OWJk
https://www.tgoop.com/+0puaGJwLzLgyY2U8
โšกโšก 10K+ Channels! โšกโšก
       โ†“Click and join usโ†“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ‘‡๐Ÿฟ๐Ÿ‘‡๐Ÿฟ๐Ÿ‘‡๐Ÿฟ๐Ÿ‘‡๐Ÿฟ๐Ÿ‘‡๐Ÿฟ๐Ÿ‘‡๐Ÿฟ๐Ÿ‘‡๐Ÿฟ๐Ÿ‘‡๐Ÿฟ๐Ÿ‘‡๐Ÿฟ๐Ÿ‘‡๐Ÿฟ๐Ÿ‘‡๐Ÿฟ
๐Ÿ‘‰๐Ÿฟ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿฟ
๐Ÿ‘‰๐Ÿฟ๐Ÿ‘‰๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿฝ๐Ÿ‘‡๐Ÿฝ๐Ÿ‘‡๐Ÿฝ๐Ÿ‘‡๐Ÿฝ๐Ÿ‘‡๐Ÿฝ๐Ÿ‘‡๐Ÿฝ๐Ÿ‘‡๐Ÿฝ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿพ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿฟ
๐Ÿ‘‰๐Ÿฟ๐Ÿ‘‰๐Ÿพ๐Ÿ‘‰๐Ÿฝ๐Ÿ‘‡๐Ÿผ๐Ÿ‘‡๐Ÿผ๐Ÿ‘‡๐Ÿผ๐Ÿ‘‡๐Ÿผ๐Ÿ‘‡๐Ÿผ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿฝ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿพ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿฟ
๐Ÿ‘‰๐Ÿฟ๐Ÿ‘‰๐Ÿพ๐Ÿ‘‰๐Ÿฝ๐Ÿ‘‰๐Ÿผ๐Ÿ‘‡๐Ÿป๐Ÿ‘‡๐Ÿป๐Ÿ‘‡๐Ÿป๐Ÿ‘ˆ๐Ÿผ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿฝ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿพ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿฟ
๐Ÿ‘‰๐Ÿฟ ๐Ÿ‘‰๐Ÿพ๐Ÿ‘‰๐Ÿฝ  Click Here  ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿฝ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿพ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿฟ
๐Ÿ‘‰๐Ÿฟ๐Ÿ‘‰๐Ÿพ๐Ÿ‘‰๐Ÿฝ๐Ÿ‘‰๐Ÿผ๐Ÿ‘†๐Ÿป๐Ÿ‘†๐Ÿป๐Ÿ‘†๐Ÿป๐Ÿ‘ˆ๐Ÿผ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿฝ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿพ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿฟ
๐Ÿ‘‰๐Ÿฟ๐Ÿ‘‰๐Ÿพ๐Ÿ‘‰๐Ÿฝ๐Ÿ‘†๐Ÿผ๐Ÿ‘†๐Ÿผ๐Ÿ‘†๐Ÿผ๐Ÿ‘†๐Ÿผ๐Ÿ‘†๐Ÿผ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿฝ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿพ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿฟ
๐Ÿ‘‰๐Ÿฟ๐Ÿ‘‰๐Ÿพ๐Ÿ‘†๐Ÿฝ๐Ÿ‘†๐Ÿฝ๐Ÿ‘†๐Ÿฝ๐Ÿ‘†๐Ÿฝ๐Ÿ‘†๐Ÿฝ๐Ÿ‘†๐Ÿฝ๐Ÿ‘†๐Ÿฝ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿพ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿฟ
๐Ÿ‘‰๐Ÿฟ๐Ÿ‘†๐Ÿพ๐Ÿ‘†๐Ÿพ๐Ÿ‘†๐Ÿพ๐Ÿ‘†๐Ÿพ๐Ÿ‘†๐Ÿพ๐Ÿ‘†๐Ÿพ๐Ÿ‘†๐Ÿพ๐Ÿ‘†๐Ÿพ๐Ÿ‘†๐Ÿพ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿฟ
๐Ÿ‘‰๐Ÿฟ๐Ÿ‘†๐Ÿฟ๐Ÿ‘†๐Ÿฟ๐Ÿ‘†๐Ÿฟ๐Ÿ‘†๐Ÿฟ๐Ÿ‘†๐Ÿฟ๐Ÿ‘†๐Ÿฟ๐Ÿ‘†๐Ÿฟ๐Ÿ‘†๐Ÿฟ๐Ÿ‘†๐Ÿฟ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿฟ
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
Waver: @Rafiqul_Islaam

   ๐—›๐—ข๐—ฃ๐—˜ ๐—ฃ๐—ฅ๐—ข๐— ๐—ข๐—ง๐—œ๐—ข๐—ก
   ๐€๐๐ฏ๐ž๐ซ๐ญ๐ข๐ฌ๐ข๐ง๐  ๐“๐ž๐ฅ๐ž๐ ๐ซ๐š๐ฆ
     ๐‚๐ก๐š๐ง๐ง๐ž๐ฅ๐ฌ/๐†๐ซ๐จ๐ฎ๐ฉ๐ฌ
    @hope_promotions
        
Forwarded from ๐™น๐™ด๐™ฒ๐™ท๐™พ๐™พ๐šƒ๐™ฐ ๐™ณ๐™ธ๐™ฝ๐š€๐™ธ๐š‚๐™ธ๐™ธ๐š‚๐™พ๐™พ
Oduu Gammachiisaa

#Hulupay kaffaltii Duraanii irraa Dachaan dabalee jiraa carraa kun akka isinin darabinee Guyyaa 3 qofaaf turaa dafaaV galama'a hojjedhaa!!

Namoota hojii online hojechuu feetan maraaf

Karaa Telegram osoo homaayyuu hin dhama'iin, namaaf share taasisuu qofaan qarshii hedduu argadhaa!

Step 1 :-

Jalqaba link kana tuquun Start tuqaa!

https://www.tgoop.com/hulepay_official_bot?start=r07255829184

Step 2 :-

Channel lamaan isiniif dhufan join taasisaa! Sana booda ยซโœ…Checkยป kan jedhu tuqaa!

Kaffaltii karaa Telebirr kan fudhattan yoo ta'u, Referral link keessan namaaf erguun qarshii hedduu hojjechuu dandeessu!


Nama tokkoon ๐Ÿ’ฐ birrii 3 kan kaffaluu yoo ta'uu guyyaa guyaanis bonus qabaa
*|[ Sababoota diinni gandoota Muslimaa irratti Moo'uu fii garboomfachuu keessaa tokko; Diin irraa garagaluu,Munaafiqummaa fii bid'aan Isaan Keessatti Mul'attee Faca'uudha. ]|*.

Sheikh Al-Islam Ibn Teymia -Rahimahullah.
ุงู„ูุชุงูˆู‰ || ูกูฃ/ูกูจู 

โ˜…. Haalli keenya ammaatiis Sodaachisaadha.
Namni salawaata tokko Ergamaa Rabbii irratti buuse Rabbiin kudhan isarratti buusa. Osoma kudhan Ergamaa Rabbii irratti buufnee Rabbiin tokko nurratti buuseeyyuu ga'aa ture. Kanaafuu guyyaa Jum'aa kana Salawaata haa baay'ifnu.

ุงู„ู„ู‡ู… ุตู„ ูˆุณู„ู… ุนู„ู‰ ู†ุจูŠู†ุง ู…ุญู…ุฏ
๐ŸงถChaanaalota   Akkamii  barbaadduuโ“
Chaaneloota afaan oromoo chaanaalii filatamoo ta'an kaneen armaan gadiitti dabalamaa

๐ŸงถแˆแŠ• แŠ แ‹ญแŠแ‰ต แ‰ปแŠ“แˆ แ‹ญแˆแˆแŒ‹แˆ‰โ“
แŠจแ‰ณแ‰ฝ แ‹จแ‰ฐแˆ˜แˆจแŒกแ‰ตแŠ• แ‰ปแŠ“แˆŽแ‰ฝ แ‹ญแ‰€แˆ‹แ‰€แˆ‰

       ๐“๐ก๐ข๐ฌ ๐ˆ๐ฌ ๐‡๐จ๐ฉ๐ž ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐จ๐ญ๐ข๐จ๐ง
         ๐€๐๐ฏ๐ž๐ซ๐ญ๐ข๐ฌ๐ข๐ง๐  ๐“๐ž๐ฅ๐ž๐ ๐ซ๐š๐ฆ
          ๐‚๐ก๐š๐ง๐ง๐ž๐ฅ๐ฌ//๐†๐ซ๐จ๐ฎ๐ฉ๐ฌ
       ---------------

๐‚๐ก๐š๐ง๐ง๐ž๐ฅ๐ฌ//๐†๐ซ๐จ๐ฎ๐ฉ๐ฌ 10๐Š+
๐…๐ซ๐ž๐ž ๐–๐š๐ฏ๐ž๐ซ @Rafiqul_Islaam
Forwarded from Ummatii Production (Kali D)
Manguddoonni kun lamaan Umrii 70tamoota keessa Qur'aana Haffazan.

Faaximaa Ahmad Al-Jarraha (Ummu Bilal) waggaa 70 fi Sihaam Ibrahim Al-Sharman (Ummu Yaqoub), waggaa 78 Qur'aana gutumatti haffazanii xumuran.
Nuti warri ammallee shabaabummaa qabnu hamileen keenya maal fakkaata laata?
Sharee Waliif Gochuun Wal Yaadachiisa
Gama Liinkii Armaan Gadiitin Nu Hordofaa.
Telegram:  https://www.tgoop.com/ummatiitube
Facebook:  https://shorturl.at/lFU16
Youtube: https://shorturl.at/ftyKS
Tiktok: https://Tiktok.com/@ummatitube
Instagram: https://shorturl.at/eqyQ2
UMMATII PRODUCTION
Eegaree Ummataa!
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA
Jireenyi walitti dabalama waantootaa ti.

Rakkina qaba.Bal'ina qaba. Salphina qaba. Ulfina qaba. Warra kanatu walitti dabalamee jireenya hiikkaa qabu fida. Nan kufa jettee hin sodaatin. Kufaatiin dhuma jireenyaa miti. Ulfinatu naaf dhufe jettee hin boonin. Ofiin boonuun galma jireenyaa miti. Isa ta'uf dhalatte osoo hin ta'in hafuun kufaatidha. Isa ta'uuf dhalatte ta'uuf immoo, rakkina keessa darbuun dirqama.
madda; Kallattii Geggeessummaa(Miratu Shanko)
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
Hunda hin dubbatin irra caalatti dhageeffadhu. Murteef hin ariifatin keessattu yeroo aarii qabdu!๐Ÿ‘๐Ÿ‘
2024/04/27 05:04:21
Back to Top
HTML Embed Code:


Fatal error: Uncaught Error: Call to undefined function pop() in /var/www/tgoop/chat.php:243 Stack trace: #0 /var/www/tgoop/route.php(43): include_once() #1 {main} thrown in /var/www/tgoop/chat.php on line 243