Telegram Web
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Odaa Finfinnee N2 (ODAA Electronics)
#SAMSUNG_S25_ULTRA 256GB...172,000
512GB... 191,000

Odaa Electronics

0911430007
Forwarded from Odaa Electronics
Odaa Electronics fully
Sponsored for EMSA-SALALE
Orientation Program For
Newly Recruited Medicine Students.

Purchase quality products provided by
Odaa Electronics, Laptops, Tablets,
Smart Phone and Other devices.

Contact with https://www.tgoop.com/gareeOdaa or ODAA ELECTRONICS
0911430007
Salale Destrict Agent: Muktar Nigusse📱0932374396 or @Mukt32
Forwarded from Odaa Electronics
5G and 4G Network

Price 5,300

0911 430 007

ODAA ELECTRONICS
Forwarded from Marsi Man Jemal 🌱SEED
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
From odaa electronic to Ambo university by Osama jemal. @Osejem
Forwarded from Gadaa Electronics O (KingoBm Bayo)
Odeeffanoo computer ilaalchise
Via Odaa Electronics

Akka Walii Galaatti Yeroo Baay'ee:
📶Storage Hdd 250GB, 500GB, 1TB fi Ssd 128GB, 256GB, 512GB, 1TB, 2TB... Lamaan isaa iyyuu jijijjiiruun ni danda'ama...
📶RAM kan laptop Hedduu jijijjiiruun ni danda'ama 4GB 8GB 16GB 32GB 64gb...
📶Core i3, i5, i7 i9, M1, M2, M3... Ryzen 3,5,7,9... Kun Kan ittiin oomishame irraa jijjiiruun hin danda'amu; yoo Sadarkaa Suphaatti fi kan desktop fa'a warra processor isaanii qofaatti hojjetamu ta'e malee.
📶GENERATION/Dhaloota kun bara processor iin meeshaa sanaa oomishame akkasumas fooyya'insa meeqaffaa irra akka jiru agarsiisa!... Amma intel gen 14th gabaatti baasee 15ffaaf qophaa'aa jira, Apple M4 gabaaf dhiheessaa jira M5 baasuuf Qophaa'aa jira. Amd 9xxx baasee 10××× Baasuuf qophaa'aa jira!
N.B GENERATION/Dhaloonni Meeshaa tokkoo haaraa fi Kan ture ta'uu murteessuu keessatti isa ol aanaa dha.
📶 Model... kaayyoo fi filannoo Meeshaan tokko oomishamuuf irratti hunda'ee kan ba'u, dha.
Fkn 1) Modeloota Hp yeroo Ammaa jiran: Spectre, Envy, Elitbook, Notebook, Probook, OMEN, VICTUS... fi kkf
2) Apple Modeloota Macbook Air fi MacBook Pro processor gara garaan Oomisha
3) Dell XPS, Vostro, Latitude...

Akka Nu beeknutti CORE fi GENERATION/dhaloonni fi Model gatii Murteessuu keessatti iddoo ol aanaa qabu.
Samsung Galaxy. A56
256GB Ram 12GB

Iphone 16 pro Max 256GB, 512GB

Gatii Fooyya'aa dhaan!
Wabii Waggaa 1
2025/06/26 11:05:19
Back to Top
HTML Embed Code: