Telegram Web
Seenaa Rirmi hin nyaatu!!
Bara baraan jiraata
#Dhugaalee_Beekamuu_qaban.

✓Hin yaaltu taanan hin kuftu.

✓Hin kuftu taanan, homaa hin bartuu.

✓Homaa hin bartuu taanan waan sirrii hin hojjettu.

✓Waan sirrii hin hojjettu taanan immoo milkiin hin yaadamu.

Kanaaf
Yaalii,
Kufii,
Kufiinsa keerraa baradhu ka'i,
Hojjedhuuti Milkaa'ii.

Join 👇👏❤️💯🎄♻️🎄🙏.
@OromoNews
@OromoNews
Ergaa Nama Durii !!!

"Yeroo ammaa kana jechoonni...
"Siifan du'a,
Siifan gaggaba,
Siifan maraadha,
Siifan jireenya koo dhiisa. Si maleen jiraadhu.
Si malee....
Si malee...." jedhu mana hin ijaaru.

Nama "kooti" jettee kan jireenya keetti aanfattuuf jecharra darbii gocha irratti xiyyeeffadhu.

Maaf duutaaf jiraadhuuf malee!
Maaf maraattaaf fayyaa ta'iif malee!
Maaf jireenya dhabda? Jiraadhuu waliin basha'i malee! "

"Nuti warri durii nama akkas nuun jedhutti qalbii rarraafnee ittiin of hiraarsaa turre. Waan hundatu dhugaa nutti fakkaataka! Dhaloonni ammaa kun dammaqaatii dhaloota hojii hojjetee jireenya fooyya'aatti wal jaalatu ta'aa! Dhaloonni ammaa kun yaadaatii dhaloota sadarkaa yaadaatti bilchaatee yaadaan wal utubu ta'aa!

Dhaloonni ammaa kun, diinagdeen, ilaalchaan, bilchinaan, hubannaadhaan, beekumsaan fooyya'aatii bakka fooyya'aa sanatti wal affeeraa!

Nagaan bulaa! Warra durii irraa!😌

Maddi: Siifan Birhhaanu
@OromoNews
@OromoNews
#Kana_quba_qabduu ?

Dhaabbanni saamunaa ilkaanii hojjatu ‘colgate’ rakkoo hamaa tokkotu naannoo biyyoota dubbattoota
#ispaanishii ta’an keessatti isa mudateera. Rakkichis jechi ‘colgate’ jedhu hiikni isaa dhaqii of rarraasi (go hang your self) jechuu waanta’eefidha!!

@A4mulaa_jireenyaa
@A4mulaa_jireenyaa
Wantoota 3n jireenya kee keessatti si barbaachisan!

1⃣ Kan barbaaddu argatta utuun taane waan argachuu qabdu agatta. Kanaafuu humna qabdu hundaan dhama'ii hojjedhu.

2⃣ Nama baayyeef waan barbaachisu yoo gooteef waan siif barbaachisu hunda argatta.

3⃣ Waan tokko barbaaddee yoo argachuu dhabde hin aarin obsaan xiqqoo eegi faalllaa isa duraa utuu inni si barbaadu argitaati!

Galgala mi'ooftuun isiniif hawwa!

@OromoNews
Hiryaadhuma keessan
Qabaadhee siin kennu
Horee kumaaf dhibba
Garuu sin jaaladha
Siif hin qabu jibba!.....

Wallottis dhaladhu
Wallaggaafi jimmaa
Dhabnikee dhabakoo
Dhimmikee naaf dhimma

Harargees yoo taate
Arsii yookaan Baalee
An wol hin caalchisu
Gandaaf gooxii laalee

Booranaafi gujii
Matakkaliif shawaa
Anaafis qoricha
Wanti-isiniif dawaa
Waa'ee walii keenyaaf ifa dabalataa barbaadna. Ifti hubanna uuma, hubannaan jaalala uuma, jalallii obsa uuma, obsii immoo tokkummaa uuma.
@OromoNews
Namni akka si hubate osoo hin taane ati akka siif gale, akka si gammachiisutti jiraadhu.

@OromoNews
👇👇👇
👍👍👍
Akka durba karaa
Shaniin Shan bulchanii
Qullaaf ruubii hir'uu
Gabaaf hin baasini

Dhiisi miriixachuu
Gulantaa kee buusa
Nafa qullaan silas
Sammuu qullaa ibsa

@Walaloon_Jaalala
Tokkotu bilbilee
"Miss call ture argeen bilbile"
Ho'isi nyaadhu bro😀
Internet bilisaan fayyadamuu ni barbaadduu?
Deebiin kee eeyyeen yoo ta'e 👍
Lakki hin baarbaadu yoo jette👎
Harka yeroo ati beelaatu afaan si kaa'e goonkuma hin dagatin!
👇👇👇👍
APP kana buusiitii connected godhi
Internet bilisaan fayadami
100% na'amani
Ani itti fayyadamaan jira
MEME😁💝
Check out "HTTP Injector (SSH/UDP/DNS)VPN" https://play.google.com/store/apps/details?id=com.evozi.injector
HU :: APP kana yeroo fayyadamtan package keessaa qabaachuu hin qabdanu qarshiin keessan 0.00 ta'uu qaba🫶
Channel name was changed to «MEME😁💝»
Appn kuni haala salphaa ta'een namaaf kaffalaa jira download gochuun yaalaa🥰
https://www.tgoop.com/notcoin_bot?start=r_573809_34096259 link isaa kunoo start gochuun coin wolitti cabadhaa🙏 na'amanaa nagalateeffattuu!
⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⡿⠟⠛⠉⠙⠿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿
⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⠿⠋⠀⠀⠀⠀⠀⢦⣀⡈⢻⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿
⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣇⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠈⣷⡄⠙⠛⢿⣿⣿⣿⣿
⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣷⣦⣄⠀⠀⢀⣤⣤⣾⣿⠧⠀⠀⠈⢿⣿⣿⣿
⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⡿⠿⠃⠀⠉⠉⠀⠀⠀⠀⢀⣀⣠⣾⣿⣿⣿
⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⠁⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⢀⣾⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿
⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿
⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⠇⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⢿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿
⣿⣿⣿⣿⣿⠟⠋⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠸⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿
⣿⣿⣿⣿⣿⠇⠀⡀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠹⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿
⣿⣿⣿⣿⠋⢀⣾⣿⠇⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⢈⠻⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿
⣿⣿⣿⡇⠀⠸⣿⣿⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠈⢦⠈⢿⣿⣿⣿⣿⣿
⣿⣿⣿⣿⣷⣾⣿⠃⠀⠀⠀⠀⣸⡆⠀⠀⠀⠀⠀⢣⡀⠻⣿⣿⣿⣿
⣿⣿⣿⣿⣿⣿⡟⠀⠀⠀⠀⢀⣿⣿⡀⠀⠀⠀⠀⢀⣵⡀⠙⣻⣿⣿
⣿⣿⣿⣿⣿⣿⠁⠀⠀⠀⠀⢸⣿⣿⣧⠀⠀⠀⠀⠈⢻⣿⣾⣿⣿⣿
⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣤⠀⠀⢀⣀⣼⣿⣿⣿⡄⠀⠀⠀⢴⣾⣿⣿⣿⣿⣿
⣿⣿⣿⣿⣿⣿⡏⠀⠀⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣇⠀⠈⢿⣿⣿⣿⣿⣿
⣿⣿⣿⣿⣿⣿⠇⠀⢠⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⡄⠀⠘⣿⣿⣿⣿⣿
⣿⣿⣿⣿⣿⣿⠀⠀⣾⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⡄⠀⢻⣿⣿⣿⣿
⣿⣿⣿⣿⣿⡏⠀⣼⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⡄⠈⣿⣿⣿⣿
⣿⣿⣿⣿⡿⠁⢠⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⡄⠘⣿⣿⣿
⣿⡿⠛⠉⠀⠀⠈⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⡇⠀⠈⠻⣿
⣿⣷⣶⣶⣶⣾⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣦⣤⣤⣤.
,,,
2024/06/11 22:03:35
Back to Top
HTML Embed Code: