Telegram Web
Mana keessan teessanii meeshaalee qulqullina qaban gosa garaagaraan #Harar irraa bitachuu barbaadduu? Mana keessanitti isiniif dhufan jedhe. #Link kana xaq godhaamee. ጥራት ያላቸዉን እና ማራኪ የሆኑ ልዩ ልዩ እቃዎችን በተመጣጣኝ ዋጋ የሚያገኙበት የኦንላይን ገበያ!

SEND DETAILS AND CONFIRM ORDER 👍🏻

ፈጣን DELIVERY አገልግሎት፦
ባሉበት ይዘዙን 0713971947
Telegram - www.tgoop.com/Jegol06
https://www.tgoop.com/Jegolshopping
Waanti isin suuraa irratti argitan kun saree isinitti hin fakkaatiin. #Costume saree pound £10,000 hojjechiifatee guutummaan gara saree gosa #Collie jedhamuutti kan of jijjiirsise namicha lammii #Japan Kan #Toco jedhamudha. Namni kun akka sareetti miidiyaawwan gurguddaa addunyaa keenyaatiin #interviewed taasifamee, agarsiisa gurguddaarrattis dhiyaateera.

Youtube mataa isaa kan subacribers 59.6K fi video 40 qabu kan "I want to be an Animal" jedhu kan ofiisaa kan hoogganu yoo ta'u, waa'eesaa hunda achirratti gadhiisa.

Viidiyoowwan isaarratti afaaniin kan hin dubbannee fi subtitle qofa fayyadamuun kan ergaasaa dabarfatudha. Darbee darbee garuu sagaleen saree #woof jedhu ni dhagahama. Akka inni jedhutti Bineensa ta'uun hawwiisaa ijoollummaa akka turee fi amma hawwiinsaa akka milkaa'ee fi gammadaa akka ta'e hima.

What a generation!
Isin kanaan maal jettu?
@ifargantech | Copy right restricted!
Weebsaayitii/ Moosaajii haaraa waldaa keenyaa afaan sadiin kan hojjetu yeroo hojii jalqabsiifnu gammachuu guddaadhaani. https://www.adamabkchurch.org seenaa daawwadhaa.
Join www.tgoop.com/adamabkchurch
Jechoota kitaaba dubbisuun walqabatan kan ergaa guddoo nuuf dabarsan kana dubbisaa.
▬▬▬▬▬▬▬▬▬

【1】 Namni osoo kitaaba dubbisuu dandayuu kitaaba hin dubbifne, nama dubbisuu hin dandeenyerra hin caalu.

【2】“Aadaa ummata tokkoo balleeysuuf kitaaboota gubuu hin qabdu. Akkuma ummanni isaan dubbisuu dhaabu godhi.” ~Ray Bradbury

【 3】“Ani sababa Televisiyoonaatiin baay'een baradhe. Yeroo namni tokko isa qabsiise, ani immoo kutaa biroo seentiin kitaaba dubbisa. ~ Giruuchoo Maariks.

【4 】"Namni dubbisu osoo hin du'a dura hoggu kuma jiraata....namni hin dubbifne garuu hogguma tokko qofa jiraata!" ~ Ji'oorji R.Maartiin

【5 】"Yeroo hoggu takka gama kitaabaa mil'attu, sagalee nama waggaa 1,000 dura du'e dhagayuu malta. Kitaaba dubbisuun yeroo keeysa imaluudha." ~ Kaarl Saagaan

【6 】"Ani kitaaba malee jiraachuu hin dandayu." ~Tomaas Jefersoon

【 7】"Akkuma namni kitaaba dubbisuu qabdu si agarsiisu kitaabniis nama dubbisuu qabdu si agarsiisa." Ilyas Abdella

【8 】“Yeroo hundumaa Jannanni jaarmaya mana kitaabaatiin walfakkaataa akka tahettiin yaada.”
―Joorji Luwiis Boorgees

【9 】“Kitaabiilee gaggaarii dubbisuun akka namoota sammuu cimtuu qaban kan jaarraawwan darban keessa jiraatanii boqotanii waliin haasawuuti.” - Deeskaartis

【10 】"Dubbii kitaabotaa irraa kan nama dinqisiisu kanuma. Miila kee iddoo teeysu irraa osoo hin sochoosin akka addunyaa naanooytu si taasisa.” - Jhumpa Laahiri

@ifargantech
GULUBII
-----------———-
Dirra jechuuf ilkaan midaa
Lafee jechuuf caba didaa
Hin qircamu, Hin waadamu
Gar-laafummaan hin yaadamu!

Itti hin nahu, nan gojomsu
Fedhii nyaata koo hin sonsu,
Akka tasaa, wal qajjisee
Laaqana koo keessa dhufe,
Isa ilkaan koo jallise
Tuu Gulubii Tuu Gulubii jedheen tufe!
Allaattii ykn Daakkiyyeen kun afaan Ingiliziitiin Pelican Bird jedhamti. Allaattii kun allaattii yeroo beelofte waan afaanshee seensisuu hin dandeenyellee liqimsuu yaaltudha. Kanaafis allaattii albaadhessa jedhamuun beekamti. Kuni ta'ee garuu bara hamtuufi bara beelaa gaafa ilmaan ofii waan nyaachistu dhabde ilkaan ofiitiin laphee ofii dhiigsitee ilmaan ishee dhiigashee sooratanii akka lubbuun turan gooti. Madaa kanaanis duuti. Allaattiin albaadhettii jedhamtee beekamtu kun dhala ofiif kana mara garaa laafti. Haadhummaafi gara laafummaa gita hin qabne 🥰 Ilmi namaa gaafa gaafa osoo bineensarraa baratee gaarii ture.
-------
@ifargantech
Yeroo ammaa kana namoonni maallaqa gurguddaa argachaa jiran kara website wordpress irraa ijaaramee blog garaagaraa hojjechuu fi hojii beeksisaarratti xiyyeeffachuudhaani. Atoo website akkasii ni barbaaddaa? Maarree dhaabbanni keenya website akkaasii isiniif kalaquudhaan leenjii barbaachisus siniif kenna. Nu quunnamaa.

@ifargandesigns | 0919778608
Yeroo danuu barattoonni proposal, thesis fi UG research hojjetan document isaanii isa xumuraaf, Pagination, table of contents fi kanneen kana fakkaatan galchuuf ni rakkatu. Barreessitoonni kitaabaas kaffalanii hojjechiifatu. Elaa ani bilisaan karaa salphaan barnoota isaa isiniif qopheesseera. Lin kana tuquun essnaa barabdhaa. https://www.youtube.com/watch?v=mK6s0sbfCY4
GAADDIDDUU ADDUNYAA.pdf
967.6 KB
Kitaaba Baacoo kana dubbisaa ittiin bashannanaamee!
Seenaa garaa nama nyaatuu fi barnoota guddaa qabu kana isin afeereera. Link kana gadi tuquun weebsaayitii keenyarraa dubbisaa. https://adamabkchurch.org/single-blog.php?view?=MzI%3D
2024/05/03 13:37:38
Back to Top
HTML Embed Code:


Fatal error: Uncaught Error: Call to undefined function pop() in /var/www/tgoop/chat.php:243 Stack trace: #0 /var/www/tgoop/route.php(43): include_once() #1 {main} thrown in /var/www/tgoop/chat.php on line 243