Telegram Web
#Itti_hin_yaadin

➛"Waan Rabbiin keeti jedhee siif galmeesse tokko, osoo addunyaan guutuun irraa si deebisuuf si fuuldura dhaabbattellee, inni Rabbiin siif qoode suni yoomuu keetuma".

Share👇👇
@Attaqwa3
@Attaqwa3
@Attaqwa3
#Gorsa_Bareedduu👇

🌹 Ergamaan Ergamaa caalu NABI Mohammed (SAW)

✍️Irra caaltuun ibaadaa tan
zulhijjaa keessaati👌

✍️Baatiin baatii caaltu Baatii Ramadanati

➡️Uffanni uffata caalu Hijaaba
👉Kitaabni kitaaba caalu Qur'aana rabbiiti👌

🌏Amantiin Amantii caaltu islamummadha

🌿Dukkanti dukkana caaltu qabriidha

🌾Badiin badii caltu shirkidha

⭐️fokkinni fokkinna caalu Zinaadha

🌹Sagaleen Sagalee caaltu sagalee qur'aanaati👌

🔥Ibiddi ibidda caalu Jahannami🔥

✍️Dhukkubni dhukkuba calu hamachudha

✍️Jibbaan jibbaa caalu kijiba

🌾Nyaanni nyaata caalu
nyaata halaalaati🌻

🌏Daawwannaan Daawwii caalu makkaa,madiinaa fi masjidal aqsaadha👌

Bishaan bishaan caalu ZamZami

👉Karaan Karaa caalu karaa
Nabi Muhammad❤️(SAW)

✍️Halkan halkan caalu halkan Leylatulqadriiti

🌹Manni mana caalu masjida
Rabbiiti👌

👉Haasaan haasaa caalu zikriidha

🌹Bultiin bultii caaltu bultii halaal❤️

✍️Rabbiin cufa keenyaafuu caaltuu nuuf haa filu🤲


Share👇👇👇
@Attaqwa3
@Attaqwa3
@Attaqwa3
✍️Waa Afur irraa hin quufan👌
🌹Jiruuu
🌹fayyaa
🌹Beekumsa
🌹Qabeenya


Share👇

@Attaqwa3
@Attaqwa3
@Attaqwa3
✍️Jechoota hayyuuwwan islaamaa keessaa👌

🌹Qur'aanaan malee jannata keessatti wanti sadarkaan kee ol ka'uun hin jiru, osoo kitaaba biroo kumaatamas qaraate.

✍️Dogongora namaa irraa baradhu malee, Akka namni dogongora kee irraa hin baranne.

🌍Islaamummaan ni Injifata, Ati jiraattes jiraachuu baattes..

Garuu, Ati Islaamummaan Ala Ni Injifatamta, Ni Baddas...

✍️Kanaafuu hanga dandeetteen cufa jiruu keetii islaamummaa wojjiin godhu👌

👉Rabbiin worra guutuun jiruusaanii islaamummaan wolitti hidhame nuhaa godhu🤲

Share👇
@Attaqwa3
@Attaqwa3
@Attaqwa3
✍️namoota si miidhaniif deebii kan deebistu..

✍️ Of miidhuudhaan osoon taane, of jaalachuudhaan👌

✍️Ati akka isaanii hin ta'in...

✍️Isaaniif dhiifama godhiitii jiruu kee itti fuufi...

✍️Isaan dagaadhuutii irra gaarii namaa ta'uu kee itti garsiisi👌

Share
👇👇
@Attaqwa3
@Attaqwa3
@Attaqwa3
#Rakkoon_yoo_sitti_cime..

✍️Dhibeen keessa keetii yoo sitti jabaate
✍️Guyyaan waan dukkanaa'e fakkaatee yoo sitti mudhate
✍️Halkan siif bari'uu didee yoo sitti dheerate
✍️Saniif jettee rabbiin irraa gonkumaa abdiin murin👌

#Sababni....

✍️Allaahiin rakkinnoota kee sirraa kaasuu yeroo fedhetti...
✍️Obsa kee laaluuf, rakkina sitti jabeessa👌
✍️Rabbiin siif araaramuu, badii jelaa sibaraaruu yoo fedhe...
✍️Qormaata sitti cimsa Kanaafuu....

🌍Salphinni guddaan qormaatamuu
osoon taane qormaatamanii kufuudha👌

⭐️Rabbiin Qormaata nun dandeenyeen
nun Qorin🤲

share
   👇👇
   @Attaqwa3
   @Attaqwa3
    @Attaqwa3
#Murteewwan_battalaa_dhiisi..
🌹kutaa Tokkoffaa..

✍️Waan aarteef hin jaariin
✍️waan aarteef hindiigiinis
✍️Waan aarteef hindhugiin
👉summiis,alkooliis
✍️Waan aarteef nama hin arrabsiin
✍️Waan aarteef waan gaabbaa haftu hin godhiin
✍️waan aarteef ulfina namaa intuqiin
✍️Wanti ati battalatti murteessitu hojii harka Iigoo keetiiti
✍️Iigoon immoo, safeeffannaa hinbeektu
✍️Yoo aartee ijaartee, gaafa aariin sirraa gale akka malee akka dhaabbate argitee diiguu dhaqxa ta'a
✍️Yeroo kees niqisaasessita, qabeenyas niqisaasessita,Diiguunis akkuma kana
✍️Yoo aartee nama arrabsituu waan lamatu si keessaa baha
✍️Innis waan namichi ofirraa qabuufi waan namichi ofirraa hinqabne
✍️Battala aartetti waan namichi ofirraa hinqabne ittiin jettee nama duratti xureessita
✍️waan inni hinqabnes irra keessa
✍️Waan namichi ofirraa qabu immoo mudaasaa nama duratti baaftee arrabsita
Namichas kabajaa dhoowwita..

➡️ itti fuufa...
Share
👇👇
@Attaqwa3
@Attaqwa3
@Attaqwa3u
ስለ ረሱል ምን ያህል እናውቃለን 9 ና 10

የመጀመሪያዋ የነብዩ صلى الله عليه وسلم አጥቢ የአቡለሀብ አገልጋይ የነበረችው  #ሱወይባ ነበረች። ሱወይባ ነብዩን ብቻ ሳይሆን ልጇን መስሩህን፣ ሀምዛንና አቡሰለማንም አጥብታ ነበር።
───────────

ህፃናትን በክፍያ ለማጥባት የሚፈልጉ የበኑ ሰዕድ ሴቶች ወደ ቁርይሽ አቀኑ። የቲም ምን ይጠቅማል በሚል ሁሉም የሚመኙት እናትና አባት ያሉትን ህፃን ማጥባት ነበር። ታዲያ የቲሙ ሙሀመድ ፈቃጅ አላገኘም። ሁሉም ሰዎች የተመኙትን ሲያገኙ ሀሊማህ አስሰዕዲይህ ግን አባት ያለው ህፃን አጣች። በባዶው ከምመለስ በቃ የቲምም ቢሆን ይሄንኑ ይዤ ልመለስ ብላ ወሰነች። የሀሊማህ መጓጓዣ አህያ የደከመ ነበር። ግመሏም ያረጀች ስለነበረች ወተት አትሰጥም። ሀሊማህም የጡት ወተቷ አናሳ ነበርና የራሷ ልጅ ሳይቀር እየተራበ እንቅልፏን ይነሳት ነበር። ሙሀመድን ይዛ ስትመለስ ግን  ጡቷ በወተት ሞላ። ግመሏም በብዛት ትታለብ ጀመረ። አህያውም ጠነከረና በግስጋሴው የሚስተካከለው ጠፋ። ባጭሩ የሀሊማህ ቤት የሚያስቀና የበረከት ቤት ሆነ። ይሄም በቤት ብቻ ሳይሆን በመንደሩም ጭምር ነብዩ ልዩ ትኩረትና እንክብካቤን እንድያገኙ አስቻላቸው።
───────────

ይቀጥላል.....
Share👇👇👇

  @Attaqwa3
@Attaqwa3
@Attaqwa3
#Seeqachuu

Seequun afaan lammiin kamuu hubatuu dha
Seequun hanga ifaa ibsuuf rakkatan nama hin rakkiftu, garuu ifaa caala ifti
✍️Seeqadhu . ilkaan awraa mitii
✍️Seeqadhu. Ibiddi jiruu si qofa hin gubnee
✍️Seeqachuun Dibata ( Qibaatii ) caala👌
seeqachutu fuula bareecha
Seequun ifaa dukkana jireenyaati
🌹Jiruun akka daawwitiiti, yoo ati itti seeqatte sitti seeqatti
🌹Addunyaan kuni Camera dha , yoomuu Seeqadhu akka suuraan kee bareeduuf
👉Wanti Rabbi ilkaan adii godhee uumeef, haa seeqannuufi
🌹Jechoota kumaatama arrabni dadhabe , Seequun ibsiti
✍️Seeqachuun sunnaa rasuula keenyaati SAW👌

✍️Qulqullaa'e Rabbiin amantii islaamaa keessatti seeqachuu ibaadaa godhe

🌹Yaa rabbi galanni sihaa gayu🤲

🌹Share🌹
👇👇
@Attaqwa3
@Attaqwa3
@Attaqwa3
GANDA DUNIYAA👇👇

Hanga feete bareeddus
hanga feete fokkattus
Hanga feete qabaattus
Hanga feete dhabdus
Hanga feete guddattus
Hanga feete xiqqaattus...

🌹Ati addunyaa tanaaf keessummaa ta'uun dagatin👌

Namni hundi irraa deema
Irratti waaruuf hin dhufne kana quba qabaadhu👌
Anaaf atillee irraa godaanna guyyaa tokko📟

#Kanaaf....

Ati ganda duniyaa keessa yeroo kamuu akka keessummaatti jiraachuuf yaali
Namni imalarra jiru eddoo deemu saniif waa olkaa'achuun dirqama👌
👉Rabbiin worra duniyaa, aakhiraaf jiraatu nuhaa godhu🤲

Share

👇👇👇
@Attaqwa3
ERGAA DIINAL ISLAAM!!
#Murteewwan_battalaa_dhiisi.. 🌹kutaa Tokkoffaa.. ✍️Waan aarteef hin jaariin ✍️waan aarteef hindiigiinis ✍️Waan aarteef hindhugiin 👉summiis,alkooliis ✍️Waan aarteef nama hin arrabsiin ✍️Waan aarteef waan gaabbaa haftu hin godhiin ✍️waan aarteef ulfina namaa…
#Murteewwan_battalaa_dhiisi..
🌹kutaa Lammaffaa..

👉Kan biraammoo, miira aariitiin waan jirtuuf dhoksaa gadi baafta

👉Kun miidhaan isaa waa sadi
⭐️Tokko namicha xiqqeessitaa
⭐️Lama atiyyuu nituffatamta
⭐️Sadii, Gaafa aariin sirraa gale ceephoofi gaabbii keessa seenta

👉Namoonni murtee battalaa of dhaggeeffachuun murteessan...
👉yeroo baay'ee namatu harkatti du'a
👉umrii guutuu ofceepha'aa jiraatu
👉Badii namichaanis ta'ee, badii mataa ofiitiin yoo gochi kun uumameera ta'e..
👉rafaniiu hirriba hin argatan..
👉 nyaatanii garaa hinbuufatan(hin quufan)
👉Kanaafuu, ati battala aartetti wanti ati gochuu qabdu murtee fudhachuu osoo hintaane,of tasgabbeessuudha👌
👉Akki ati itti oftasgabbeessitummoo akkuma fiigdee galteen balbala cufachuudha
👉Maaltu akka si aarse rakkoo adda baasuudha
👉Waan fooyya'uu danda'uufi hindandeenye ta'uusaa addaan baafachuudha..

✍️Itti Fuufa...
🌹Share🌹
@Attaqwa3
@Attaqwa3
@Attaqwa3
A Series of Reminders About The Month of Dhū al-Ḥijjah - No.1

The Days In Which Actions Are Most Beloved To Allāh

Ibn al-Qayyim رحمه الله said: "There are no days in which deeds are more beloved to Allāh than the first ten days of Dhū al-Ḥijjah."

● [بدائع الفوائد ١٦٢/٣]
Share👇👇
@Attaqwa3
@Attaqwa3
@Attaqwa3
🌿Dubbii hikmaa xiinxallaa barbaadu👌
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩

💬 Hayyuun islaamaa tokko akki jedhe.

Dadhabbiin karaa rabbii keessatti dadhabde ni dabarti..

Ajriin isiidha ammoo siif ol kaayamti.

Mi'aan yeroo dilii dalgduu ni kutti, adabbiin isiis oluma kaayamti.

Rabbii wajjiin tahi, waan biraa hin yaadin👌

Dukkana halkanii keessa harka kee isatti ol qabii..

Yaa Rabbi kiyya jedhiin! Duniyaan zikrii tee malee hin toltu

Aakhiraanis Awfii keetiin malee.. jannannis si arkuun malee hin bareeddu!

Hoggaa wanni ati jireenya koo keessatti gammachuu naaf laata jettee yaaddu si jalaa bade,Dhugoomsi..

Wanni rabbiin sirraa balleesseef akka sababa dilii sitti hin taaneefi.

⭐️Irra namaaf dabri...
⭐️dhiifama namaaf godhi
⭐️Namaafis laaffisi,yoo san amriin hundi siif laaftii👌

Dhimma Uumamatoota rabbuma isaan uumeef dhiisi! Nutiifi isaanis asirraa deemuuf jirra.

Dalagaa keeyriidhaa, Hangam xiqqaattus hin tuffatinii toltuu hojjadhu

#Sababni..

🌏Dalagaa toltuu ati dalagatte keessaa, tamtu akka Jannata si galchitu hin beektu waan ta'eef♡

🌿Yeroon keessan Zikrii Rabbiitiin haa bareddu!!

⭐️Share🫵
@Attaqwa3
@Attaqwa3
@Attaqwa3
ERGAA DIINAL ISLAAM!!
SEENAA SAHAABOTAA BOQONNAA 3 KUTAA 13FFAA Sodaa Usmaan👇 Usmaan hanga areenni isaa jiidhutti kan boohu ta’e,Waayee qabrii yoo dhagahu. Sahaabonni haala isaa kana qalbisan waa’een kun dinqeenii maaliif yeroo wa’een azaabaafi janataa yoo dubatamu hamma hin…
SEENAA SAHAABOTAA
BOQONNAA 3
KUTAA 14FFAA
Du’a Abbaa Bakrii fii Gahee Usmaan👇

Eennullee ta’uu beellamni du’aa yoom akka ta’e hin beekkamu malee dhufa hin hafu. Rasuullis s.a.w osoo dalagaa Usmaan cufa jaalatanii ittiin boonanuu duuti isaan fudhattee, Bara mootummaa jalqabaa Abbaa Bakriis, Usmaan hojiiwwan diin islaamaatif dagalee ta’an hedduu dalaguun, sababaa mataa ol qabachuu diin islaamatif humnaa ta’e. Dinagdee fi yaada isaa gumaachee jira.

Abbaa Bakrii gaddaa fi gammachuu keessattille cinaa dhabbachuun, jaalala Abbaa Bakrii biratti horatee jira. Abbaan Bakris bara angoo isaa waan dhimma islaama ta’e hedduu mari’ataanii ture.

Abbaan Bakris imala mana aakiraa irraa hafuun waan qooda ilma namaa hin ta’iniif, du’aaf yeroo kalaahe; dhimmi bulchiinsa muslimtoota isa yaachise. Mormiin aangoo akka hin kaane sodaatee, nama karaa qajeelaa isaan masakee, kufaatii qileewwan kufrii irraa isaan tiksu, tokkochumma Rabbii irratti isaan bulchu, nama amaana kana baadhate bakkaan gahu filuuf, hedduu lubbuun isaa dheebotte. Ummatattis osoo hin du’in beeksisuuf murteeffate.

Abbaan Bakrii balbala du’aa irra erga gahee, Usmaanin yaamee, waan sitti himu barreessi jedhee ajajeen. Usmaanis bismillah jedhee erga eegale, dhaamsa Abbaa Bakrii itti aansuun ‘kun waan Abbaan Bakarii guyyaa itti jiruu addunyaa irraa gara akiraatti galu dhaame. Yeroon sunis; wayta baasaa lubbuu tan kafirriille dirqitti amanu, dilaawaanille, kijibaanillee dhugoomsu, yeroo san keessatti isinii dhaame. Isinirratti bakka buuse’ jedhee, osoo dubbii isaa itti hin xumuriin gaggabe. Usmaanis Umar binu Kaxxaab ka jedhu itti guute. Turiinsa muraasa booda gaggabbi isaa irraa Abbaan Bakrii beyfatee “naa dubbisi waan barreesite.” jedheen. Usmaanis akka itti barreessetti dubbiseefi jennaan, Abbaan Bakriitis yaanni Usmaan yaada isaatitti gallaan “Allahu Akber jedhe!.” Usmaaninis galatomfate. Haala kanaan addunyaa irra gara mana aaakiratti boqate

Umaris bara bulchiinsa isaa keessatti, hunda sahaabota irra Usmaan binu affaan, Aliyyii binu abii Xaalib fi Abdurahmaan binu Oowfitin mari’ataa ture. Sahaabota biroo irras kaa ufitti dhiheessuu ture. Haala kanaan Umaris; karaa haqa Rabbii, ajaja Qur’aanaa, sunnaa fi hadisaa irratti bara hedduuf erga bulchaa turee booda, Namticha kaafiraa kan maqaan isaa Abu lu’lu’aa jedhamuun; waraanamee jennaan, jiruu ardii tanarra galuuf akka kalaahe bare.

Warroota koree marii jahan; Usmaan Bin Affaan, Xalahaa, Zubeeyr, Sa’aad, Abdurahmaan, Aliyyii Binu Abiixaalib, tan Osoo Rasuulli s.a.w hojii jaraa jaalatu du’e, walitti yaamsisee ofuma keessa akka bulchaa filatan itti himee biraaa du’aan darbe. Abdurahmaan binu Oowfi yeroma san qooda angoo bulchiinsaa keessa of baase, warroota shanan keessaa kamtu ummata biratti fudhatama akka qabu osoo ansaaraa fi muhaajira, baadiyaaf magaalaa, dhiiraaf durba hin jedhiin naannahun yaada fi fedhii namaa ilaaluu fii mari’achuu eegale. Ummanni muslimaas; akkuma fedha Abdurahmaan Binu Oowfi, irra caalan isaani Usmaaniin akka jaalatanii fi angoof isa kajeelan baree jennaan Usmaani koreedhan marii afran duratti waadaa (irbuu) seenef. Warronni hafan afranis waada seenaniifi Usmaan du’a Umar booda bulchaa bulchitoota ummata biyya muslimaa ta’e.


insha allaah Itti fuufa....
Share👇👇👇

@Attaqwa3
@Attaqwa3
@Attaqwa3
#Ajaa'iba👌

Naachonni ija tokko banatanii rafuu danda'u.  Kan nama ajaa'ibu walakkaan sammuu tokko boqonnaarra osoo jiruu walakkaan inni kaan immoo dammaqee jiraachuu danda'a.

Share
👇
@Attaqwa3
ERGAA DIINAL ISLAAM!!
ስለ ረሱል ምን ያህል እናውቃለን 9 ና 10 የመጀመሪያዋ የነብዩ صلى الله عليه وسلم አጥቢ የአቡለሀብ አገልጋይ የነበረችው  #ሱወይባ ነበረች። ሱወይባ ነብዩን ብቻ ሳይሆን ልጇን መስሩህን፣ ሀምዛንና አቡሰለማንም አጥብታ ነበር። ─────────── ህፃናትን በክፍያ ለማጥባት የሚፈልጉ የበኑ ሰዕድ ሴቶች ወደ ቁርይሽ አቀኑ። የቲም ምን ይጠቅማል በሚል ሁሉም የሚመኙት እናትና አባት ያሉትን ህፃን…
ስለ ረሱል ምን ያህል እናውቃለን 11
───────────
የማጥቢያ ጊዜ ውላቸው ሲጠናቀቅ ሙሀመድን ወደ እናቱ መለሱና ከአሚና ጋር አዲስ ድርድር ጀመሩ። ህፃኑን ሙቀት ይጎዳዋል፣ወባ ይይዘዋል፣ አንችም ጤናሽ የተሟላ አይደለምና ጠንከር እስከሚል እኛው ጋር ይደግ ብለው አሚናን ተማፀኑና ምርጡን ልጅ ዳግም ወደቤታቸው ይዘው ተመለሱ።

ይቀጥላል.....
Share👇👇👇

  @Attaqwa3
@Attaqwa3
@Attaqwa3
اللهم صل وسلم وبارك على سيدنا محمد(ﷺ)
👇👇👇❤️❤️❤️
إِنَّ اللَّهَ وَمَلَائِكَتَهُ يُصَلُّونَ عَلَى النَّبِيِّ ۚ يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا صَلُّوا عَلَيْهِ وَسَلِّمُوا تَسْلِيمًا

Dhugumatti, Rabbiifi maleykonni Isaas nabiyyii irratti rahmata buusuYaa warra amantan! (isinis) rahmata isa irratti buusaa; nageenyas buusinsa buusaa



Share
@Attaqwa3
#Toltuu hojjedhaa, akka milkooftaniif.
"وَٱفْعَلُوا۟ ٱلْخَيْرَ لَعَلَّكُمْ تُفْلِحُونَ۩"

#Yaa warra Rabbitti amane, ruku'a godhaa, ammallee sujuuda, salaataa, Rabbii keessan ibaadaa, Waan kheyrii taye dalagaa, kan akka rahima maxxanfatuu, haala toluu, Akka milkooytanii jannata haqa godhattaniif.

Diin Rabbii jabeessaa, qabsoo godhaa, Rabbiitu isin filatee ummata jiddu jiraataa isin godhe, akka diin isaa jebeessitanif.

#Jihaanni gosa lama, Jihaada xiqqaa fi Jihaada guddaadha

Xiqqaan: jihaada kuffaarati, akkaataan jihaada isaanii beekkamaadha, sun humna isaanin sodaachisan qabaatudha.

Guddaan: jihaada nabsee, hawaafi, sheyxaanati, akkaatan jihaada kanaa waan nabseen itti nama yaamtu diduu, jihaanni kuffaaraa wanni xiqqaa jedhaameef....

Lolli kuffaaraa ni dhuma kuun hin dhumu.

Kuffaarri yoo si mooyate si ajjeese, jannata seenta ammoo yoo nabseen tee si mooyattee si ajjeefte ibidda seenta.

Ammas kuffaarri diina mul'ataa yoo ta'u kuun immo dhokataadha...

Diina mul'atuun loluutu, kan hin mul'anneen lolurraa laafaa.

🌹Rabbiin worra nabsiyaadhaan moo'mu nun godhin🤲

Share
👇👇
@Attaqwa3
@Attaqwa3
@Attaqwa3
ንፁህ የህይወት መዝገብ ተሰጥቶሃል። አንተ ደግሞ ብዕር ነህ። በነፃው መዝገብህ ላይ
የፈለከውን ትፅፋለህ። መልካም ከፃፍክበት መልካም ምንዳ ይጠብቅኻል። መጥፎ
ከፃፍክበት ደግሞ ነፍስህን እንጂ ማንንም አትውቀስ።


@Attaqwa3
@Attaqwa3
@Attaqwa3
2024/06/14 13:31:28
Back to Top
HTML Embed Code: